Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Godina Harargee Bahaatti bara kana qofa lubbuun namoota 197 balaa Tiraafikaan darbuu ibsameera.
Godinichatti balaawwwan 215 qaqqabeen lubbuun namoota…
Aanaa Qimbibiititti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa darbe
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Qimbibiititti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namootaa darbe.
Aanichatti balaa tiraafikaa guyyaa kaleessaa naannoo…
Manni Maree Naannoon Amaaraa yaa’ii idilee 3ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoon Amaaraa yaa’ii idilee 3ffaa, marsaa 6ffaa, bara hojii 1ffaa gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichaan raawwii karoora bara 2014…
Ministeerichi lammiilee naannoo Affaar waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5 taasise
Finfinnee, Adoolessa 18, 2014 (FBC)- Ministeerri Pilaaniifi Misoomaa dhaabbilee waamamtootaa waliin ta’uun lammiilee naannoo Affaar sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Abbootiin Gadaa Tuulamaa lammiilee biyyaa alaa lama Oromootti moggaasan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Abbootiin Gadaa Tuulamaa lammiilee Chaayinaa lama gosa Ada'aatti guyyaa har’aa moggaasaniiru.
Moggaasaan lammiilee biroo ofitti qabuun Oromoon kan…
Maallaqni biyyoota adda addaa Birrii Miiliyoona 19.6’tti tilmaamau to’atame
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Maallaqni biyyoota adda addaa Dollaara Ameerikaa, Yuuroo fi Paawondiin yoo Birriitti sharafamu Birrii miiliyoona 19.6 olitti tilmaamamu seeraan ala…
“Raawwii hojii bara 2014 ‘n hooggansa qormaata kamuu keessatti hojii hojjetee milkeessuu…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – "Raawwii hojii bara 2014'n hooggansa qormaata kamuu keessatti hojii hojjetee milkeessuu danda'u hedduu horanneerra jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Obbo Musxafee Mahaammad humna addaa duulaa Hulhul irraa deebi’an gara daangaatti geggeessan
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad humna addaa naannichaa gandaa Hulhulirraa duulaa lootee seentotaa Alshabaaba dhabamsiisuurraa…
Arsii Lixaatti hawaasni aanaalee afurii gurgurtaa Kaarbaniirraa Birrii miiliyoona 35 ol argatan…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti hawaasa naannawaa bosonaa aanaalee Adaabbaa, Dodolaa, Nansaboo fi Kokkosaa jiraatan waldaan gurmaa’uun gurgurtaa Kaarbaniirraa…
Deeggarsa boba’aa biyyaalessaa yaadameen jalqabbiiwwan gaarii jiran babal’isuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2014 (FBC) – Konkolaattota tajaajila geejiba ummataa kennan fayyadamtootaa kan taasise hojiirra oolmaa deeggarsaa boba’aa biyyaalessaa yaadameen jalqabbiiwwan…