Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Himatamtoonni karaa seeraan alaan namoota daddabarsuun himataman 600 ol ta’an adabbii hanga…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Himatamtoonni karaa seeraan alaan namoota daddabarsuun sadarkaa Federaalaa fi naannoleetti himataman 610 adabbii hanga waggaa 25 adabaman.
Walga’iin…
Uwwisa filannoo marsaa 7ffaa bal’isuuf hojiin teeknooloojiin deeggarame hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Uwwisa filannoo marsaa 7ffaa bal'isuuf hojiin teeknooloojiin deeggarame hojjetamaa jira jedhe Boordiin Filannoo Biyyaalessaa.
Dhaabbileen…
Raayyaan Ittisaa Sodaa mudachuu malu ga’umsaan halaalatti qolachuu danda’u ijaarame…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Raayyaan Ittisaa Sodaa nageenyaa mudachuu malu ga'umsaan halaalatti qolachuu danda'u ijaarameera jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna waraanaa…
Godinichi rakkoo namtolchee fi Uumamaa keessaa bahe gara oomishtummaatti ce’ee jira- Obbo…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC )- Godinni Boorana Bahaa rakkoo namtolchee fi Uumamaa keessaa bahe gara oomishtummaatti ce'ee jedhan Sadarkaa Itti aanaa Pireezidaantitti Qindeessaan…
Shaggarritti Agarsiifni Investimantii Idil Addunyaa baname
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Agarsiisni Invastimantii Idil Addunyaa Magaalaa Shaggar guyyoota sadiif turu Giddu gala Konveenshinii Idil Addunyaa Addisitti banameera.
Magaalaan…
Godina Arsiitti Pirojektonni kuma 1 fi 100 ol Birrii biiliyoona 5.8’n ijaaraman tajaajilaaf…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Arsii aanaalee garaagaraatti Pirojektoonni misoomaa fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessan kuma 1fi 100 ol Birrii biiliyoona 5 fi miiliyoona 800…
Pirojektii Finnaa jiruu fi jireenya hawaasa jijjiire
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Godina Boraana Bahaatti pirojektii Finnaa ijaarame jiruuf jireenya keenya jijjiiree jedhan qonnan Bultoonni Godinicha Aanaa Gooroo Doolaa.…
Hoggansii fi Miseensonni Humna Eegdoota rippabilikaanii Biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Hoggansii fi miseensonni humna Eegdota Rippabilikaanii Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin ta’uu gaara Yakkaarratti Biqiltuu Ashaaraa…
Manni Marichaa deeggarsa Dhaabbilee Diimokiraasiif taasisu cimsee itti fufa-Afyaa’ii Taaggasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Diimookiraasii bilisaa fi walabaa ijaarsa biyyaa cimaaf gahee qaban caalmaatti guddisuuf Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa deeggarsa isaa…
Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan
Gujiin Woyyuu; Waaqatu…