Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministiroonni Dhimma Alaa Maa’urtaaniyaa, Somaaliyaa, Rippaabiliika Dimokiraatawaa Sahaaraawwii Arab fi Seeraa Li’oon Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaafi…
Dooktar Abiy Ahimad Tajaajila Poolisii Ismaarti hojii eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti isa jalqabaa kan ta’e tajaajila Poolisii nama maleessaa (Ismaarti Poolisii ) hojii…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa haaraa filataman…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 9ffaa gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera.
Muudama abbootii seeraa dhiyaate qorachuun…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennama –…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa.
Ministirri…
Balaa Tiraafikaa dogoggora konkolaachisaan mudatan ittisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) –Balaa Tiraafikaa sababa dogoggora konkolaachistootaan mudatan ittisuuf hojjetamu qaba jedhe Eejensiin Geejjiba Oromiyaa.
Magaalaa Asallaatti torbeen…
Fooyyeessii diinagdee gooroo guddina Itiyoophiyaaf murteessaa ta’e…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018(FMC) - Guddina diinagdee Itiyoophiyaa itti fufsiisuuf gaheen fooyyeessii dinagdee gooroo olaanaadha jedhan Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Dooktar Iyyoob…
Magaalattiitti hogganaa itti aanaa Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa dabalatee namoonni 11…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Hogganaa itti aanaa duraanii Biiroo Misoomaafi Bulchiinsa Lafaa magaalaa Finfinnee dabalatee hoggantoonni fi hojjattoonni 11 poolisiin to'atamuun Mana…
Aadaa hojii sa’aatii 24’n misoomni koriidarii magaalattii ariifataa jira- Kantiibaa…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Kantiibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebee, aadaa hojii sa'aatii 24 magaalattiin misoomni koriidarii ariitiidhaan raawwatamaa jira jedhan,
Fuula…
Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Sirna barnootaa teeknooloojiin durfamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa.
Ministeerichi qaamolee qooda fudhattootaa biirolee…