Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoon nageenyaa Oromiyaa akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti – Obbo Kaffalew Tafarraa
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Rakkoon nageenyaa Oromiyaatti mudate akka hammaatu kan taasise dhimma keessooti jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa…
Mootummaan naannoo Oromiyaa tajaajila ummataa fooyyessuuf hojiilee bal’aa hojjetaa jira…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Itti quufiinsa ummataa guddisuuf hanqina kenniinsa tajaajilaa furuuf tajaajiloota faca'anii turan hedduu bakka tokkotti fiduun danda'ameera jedhan…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Siidii Uuluudi waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee…
Itiyoophiyaa fi Gamtaan Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Itiyoophiyaa fi Gamtaan Furmaata Misooma Waaraa Mootummoota Gamtoomanii waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Bootiswaanaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Bootiswaanaa Duumaa Bookoon waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mahaammad Almanfii waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Xaaliyaaniin Awurooppaafi Afrikaa gidduutti riqicha ta’uun tumsawwan ni cimsiti- Ministira Muummee…
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Xaaliyaaniin Awurooppaafi Afrikaa gidduutti riqicha ta’uun tumsa siyaasaa cimsuun sosochiiwwan Gamtaa Afrikaa ni deeggarti jedhan Ministirri Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Laayibeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Laayibeeriyaa Jooseef Bookaay waliin mari’ataniiru.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Mooriitaaniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018(FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Mooriitaaniyaa Dooktar Mohaammad Saaleem Uuldi Marzuug waliin…
Mootummoonni Gamtoomanii deggersa Afrikaaf kennu cimsee itti fufa – Antooniyoo Guteereez
Finfinnee, Guraandhala 7, 2018 (FMC) – Mootummoonni Gamtoomanii misoomaa fi badhaadhina Afrikaaf deggersa kennu cimsee itti fufa jedhan barreessaa olaanaan Dhaabbatichaa Antooniyoo…