Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Laga ce’uuf waliin daakuu malee bishaan komachuun furmaata hin ta’u – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Laga ce’uuf waliin daakuu malee bishaan komachuun furmaata hin ta’u jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Lammiileen Itiyoophiyaa…
Mootummaan Ida’amuu muxannoowwanii bu’uuraa fi aadaalee akka ka’umsaatti fudhateera –…
Finfinnee, Adoolessa 25, 2018 (FMC) – Mootummaan Ida'amuu muxannoowwan, Amantaalee fi aadaalee bu’uuraa akka ka'umsaatti fudhateera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Uummatichi daandiin Itiyoophiyaa seena qabeettii jabeessuu fi ittifufsiisuu danda’u daandii…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018(FMC) - Uummatni Amaaraa daandiin Itiyoophiyaa seena qabeettii jabeessuu fi ittifufsiisuu danda'u daandii Ida'amuu qofa ta'uu yeroo itti hubatee dha jedhan…
Hariiroo seena qabeessa uummattoota Oromoofi Amaaraa ijaarsa biyyaa keessatti..
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018(FMC) - Ijaarsa biyyaa keessatti uummatoonni Oromoo fi Amaaraa seenaa waloo dheeraa qabu jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy dhimmoota…
Daandiin qilleensichaa boru irraa eegalee Goondar irraa gara Humaraatti balallii dhaabbii ni eegala
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa boru Adoolessa 25, 2018 irraa eegalee Goondar irraa gara Humaraatti tajaajilli balallii dhaabbiin ni eegala jedhe.…
Ulaan galaanaa dhimma seenaa, seeraa, haqummaa fi jiraachuufi jiraachuu dhabuuti
Gaaffiin ulaa galaanaa Itiyoophiyaa fedhii siyaasaa osoo hin taane gaaffii seenaa, seeraa, haqummaa fi dhimma jiraachuufi jiraachuu dhabuuti.
Yeroo ammaa baay’ina uummataa miiliyoona…
Marichi ajandaalee gara waraanaatti nu geessan irratti mari’achuun nageenya fiduu dandeessisa-…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Marichi ajandaalee gara waraanaatti nu geessan irratti mari’achuun nageenya fiduu kan dandeessisu waan ta’eef uummanni abdiin eegaa jira jedhan…
Naannoolee Balaa Lolaatiif Saaxilaman Balaa Irraa Ittisuuf Xiyyeeffannoon Hojjetamaa Jira
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018 (FMC) – Balaa lolaa karaa qindoomina qabuun hir'isuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Bishaanii fi Inerjii Dooktar Habtaamuu Ittafaa.
Koreen…
Biyya yeroo gammachuus ta’e rakkinaatti olloota ishee bira dhaabbattu!
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018 (FMC) – “Obboloota keenya Afrikaa waliin, keessumaa olloota keenya waliin rakkinas ta'e gammachuu keessatti waliin ni dhaabbanna.”
Kun waggoota saddeet dura…
Yaa’ii ijoon gareewwan saddet hirmaattota 500 qabaniin Wiixata dhufu eegala- Piroofeesar Masfin…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Yaa’ii ijoon gareewwan saddet hirmaattota 500 qabaniin Wiixata dhufu ni eegala jedhan Komishinarri Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…