Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iwwan Finfinneetti gaggeeffaman Dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisaadha
Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC)- Yaa’iwwan idil Addunyaa fi Ardii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffaman dippiloomaasii Magariisaaf fayyadamuun barbaachiisadha jedhan Hayyoonni Hariiroo Idil…
Dhaabbileen Barnootaa Olaanoon gara ergama kennameefitti ni seenu – Ministeericha
Finfinnee, Hagayya 13, 2017 (FMC) – Waggoota itti aananitti Dhaabbileen Barnootaa Olaanoon guutuumaan guutuutti gara ergama ramadamanitti ni seenu jedhe Ministeerri Barnootaa.
Ministirri…
Fooyya’iinsi miindaa dhiibbaa jireenyaa hojjetaa mootummaa salphisuu keessatti qooda qaba
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Konfedereeshiniin Waldaalee Hojjettootaa Itiyoophiyaa fooyya’iinsi miindaa dhiibbaa jireenyaa hojjetaa mootummaa salphisuu keessatti qooda olaanaa qaba…
Badhaadhina gama maraa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Hojiileen aadaa waliif yaaduufi walgargaaruu gabbisan cimaa dhufaniiru- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)-Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen hojiileen gaggaariin aadaa waliif yaaduufi walgargaaruu gabbisan cimaa dhufaniiru edhan.…
Badhaadhina gama maraa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii Salphisuuf ejjennoo qaba- Obbo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017 (FMC) – Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf ejjennoo qabachuun hojjechaa jira jedhan Ministitrri Ministeera Maallaqaa…
Mootummaan baatii Fulbaanaarraa eegalee hojjettootaaf fooyya’iinsa daballii miindaa taasisuuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Mootummaan Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjettoota mootummaaf fooyya’iinsa daballii miindaa taasisuuf murteesseera.
Koomishiniin Siiviil Sarvisii…
Piroojektii Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Piroojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 49 oliin hojjetamaa jira.…
Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe.
Dhagaan jiguun mana…