Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Maaddiin harka cichoominaan hojjetuu guutuu dha, fuuldurattis guutee irraa dhangala’a –…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018(FMC) - Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa harki hojjetu maaddiin isaa guutuu, fuula duraattis guutee irra dhangala'a jedhan.
Ergaa fuula…
Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Ijaarsi Buufata Xayyaaraa Shaakkisoo qaama immaammata Mootummaa Jijjiiramaa Naannoo Oromiyaa, walitti hidhamiinsa samiifi lafaa naannichaa dhugoomsuti…
Mootummoonni Gamtooman hojiilee Misooma Turizimii Itiyoophiyaa dinqiisifate
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Hojiileen Itiyoophiyaan Ikkoo Tuurizimii babal’isuuf hojjette kan dinqisifatamuudha jedhe Mootummoota Gamtoomanitti Dhaabbanni Tuurizimii.…
Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa xumurame
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) - Walga’iin Koree Waloo Raayyaa Ittisaa Itiyoo Keeniyaa guyyoota lamaan darbaniif Keeniyaa Naayiroobiitti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Walga’iin kun…
Amantoonni Wangeelaa nagaa fi tokkummaa biyyaaf akka tumsan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Amajjii 28, 2018(FMC) - Manni Maree Manneen Amantaa Kiristaanaa amantootni Wangeelaa nagaa fi tokkummaa biyyaaf tumsuu qabu jedhe.
Yaa'ii idileen waliigalaa 5ffaan Mana…
Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC)- Sabboonummaan barnoota, teeknooloojiifi misoomaan dhugoomuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan.…
Komishinichi hoggantootaa fi miseensoota Dhaabbata Ummata Amaaraa Faannoo waliin mari’ataa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa hoggantootaa fi miseensoota Dhaabbata Ummata Amaaraa Faannoo hidhannoon socho’aa turan amma waamicha nageenyaa fudhachuun…
Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf qophii gahaan taasifame – MDhA
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaaf qophii gahaan taasifame jedha Ministeerri Dhimma Alaa.
Yaa’icha keessummeessuuf qophiin qabiyyee fi…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Gujiitti ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Godina Gujiitti ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalchiisan.
Sagantaa kana…
Du’aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 27 , 2018 (FMC) – Du'aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…