Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan tokkummaan hojiilee guguddoo hojjetteetti-Dooktar Mangistuu Baqqalaa
Finfinnee,Waxabajjii 26,2017 (FMC)- Ittigaafatamaan Damee Ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan Itiyoophiyaan tokkummaan hojiilee guguddoo hojjetteetti…
Joo’aawoo Peediroon Cheelsiif mallatteesse
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) –Lammiin Biraaziil Jifataan Biraayitan Joo’aawoo Peediroon Cheelsiif mallatteesse.
Joo’aawoo Peediroon hanga bara Faranjootaa 2032tti kilaba Lixa…
Bu’uurri misooma Elektirikaa waggoottaan 15’f tajaajila osoo hin kenniin ture komii hawaasaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Godina Buunnoo Beddellee aanaa Boorechaatti Bu’uurri misooma Elektirikaa hojjetamee xumuramuun waggoottaan 15’f tajaajila osoo hin kenniin ture komii…
Magaalichatti barattoonni qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa fudhatan % 95 kutaa itti aanuutti…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti barattoota qormaata kutaa 6ffaa sadarkaa magaalaa bara 2017 fudhatan keessaa % 95 kutaa itti aanuutti darban jedhe Biiroon…
Tajaajila mana qopheessarraa Birrii biiliyoonni 76 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Bara baajataa kana tajaajila mana qopheessarraa Birrii biiliyoonni 76 ol walitti qabameera jedhe Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa.…
Magaalichaatti Piroojektoonni misoomaa garaagaraa 47 Birrii biiliyoona 1.2 oliin hojjetaman…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) –Bulchiinsa Magaalaa Maayaatti Piroojektiiwwan misoomaa rakkoolee hawaasaa furuu danda’an Birrii biiliyoona 1.2 oliin hojjetaman bakka Af Yaa'iin Caffee…
Dooktar Abiy boru Paarlaamaaf ibsa kennu
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad boru raawwii karoora bara 2017 ilaachisee Miseensota Mana Maree Bakka bu’oota ummataaf ibsa kennu.
Manni…
Godinichatti Aadaa Hojii Jijjiiruun hongee hambisuun danda’ame
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC)- Godina Booranaatti aadaa hojii jijjiiruun hongee hambisuun danda’ame jedhe Bulchinsi godinichaa.
Godinichatti aadaa hojii jijjiiruun hongee hambisuun…
Yuunivarsiitiin Salaalee gorsa seeraa fi tajaajila abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee tajaajila gorsa seeraa fi abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya akka argannu nu gargaare jedhan jiraattoonni Godina…
Adeemsi liqaa akka si’atuuf Sanadni waliigaltee akka qophaa’u yaadni dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaaliny adeemsi liqaa biyyoota gidduu si’ataa akka ta’uuf sanadni waliigaltee idileen akka…