Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan shiraan ulaa galaanaa dhabde – Obbo Kabbadaa Deessisaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan hanga bara 1993tti ulaa galaanaa itti fayyadamaa turte shiraan dhabde jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii obbo Kabbadaa…
Haleellaa ajaja kaabaarratti raawwatame kan yaadannu akka hin dabalamneefi – Fiild Maarshaal…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan mata duree, “akka hin dabalamne yoomiyyuu hin dagatamu, jedhuun…
Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofaa miti – Obbo Kabbadaa Deessisaa
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) – Dantaa biyyaalessaa tiksuun gahee mootummaa qofa osoo hin taane kan qaama hundaati jedhan Ministir Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii obbo Kabbadaa…
Guyyaan Haleellaan Ajaja Kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan yaadamataa jira
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2018 (FMC) –Guyyaan Haleellaan Raayyaa Ittisa Biyyaa Ajaja kaabaarratti raawwatame waggaa 5ffaan yaadatamaa jira.
Guyyichi giddugala leenjii Humna Qilleensaa…
Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira- Baankii Addunyaa
Finfinnee, Onkoloolessa 23, 2018 (FMC)- Guddina diinagdee Itiyoophiyaaf dameen dhuunfaa qooda olaanaa bahachaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Daayrektarri Baankii Addunyaa Maariyaam Saaliim.…
Arsenaal Barnileey injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 10ffaan Arsenaal, Fuulhaam, Biraayitanii fi Kiristaal Paalaas morkattoota isaanii yoo injifatan, Yuunaayitiid qixa…
Kaayyoon misooma Koriidarii Baadiyyaa haala jireenya Qonnaan bulaa jijjiiruun badhaadhina…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Kaayyoon misooma Koriidarii Baadiyyaa haala jireenya Qonnaan bulaa jijjiiruun badhaadhina hundagaleessa mirkaneessuudha jedhe Tajaajilli…
Mootummaan Aadaa, duudhaa fi safuu Oromoo ganamaa bakkatti deebisuuf hojiilee guguddoo hojjechaa…
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Inistitiyuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo Aadaa, duudhaa, Afaan, seenaa fi Aartii oromoo bakka isaaf malutti deebisuuf qorannoofi qo'annoon utubuu…
Ciccituun daandii Aspaaltii Asallaa Adaamaa hawaasa komachiise
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) - Daandiin Aspaaltii Asallaa Adaamaa iddoo addaa Shoorimaa Shararaa jedhamu Ciccitee tajaajilaan ala ta’uutti hawaasni komate.
Jiraattonni…
Daandiin Qilleensichaa Xiyyaara 21ffaa ‘Air Bus A350- 900’ fudhate
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Xiyyaara 21ffaa Air Bus A350-900 (ET-BCE) guyyaa har’aa fudhateera.
Daandiin qilleensichaa xiyyaara A 350-900…