Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Jimmaa eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa jimmaa eebbifameera.
Ijaarsi buufatichaa harkifatee komii haawaasaa kaasaa kan ture yoo ta'u, bara darbee…
Hawaasa fayya qabeessa horachuuf deeggarsi dhaabbilee barnoota oolaanoo murteessaadha
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Yuunivarsiitiin Haramaayaa waggoottan 2’n darban meeshaalee fayyaa Birrii miiliyoona 800 olitti tilmaamaman hospitaalotaaf deeggarsa taasiseera jedhan…
Hojiilee Ijoo Ministirri Muummee Dooktar Abiy baatii Caamsaa fi Waxabajjii hojjetan
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad baatii Caamsaa fi Waxabajjii hojiilee ijoo damee misoomaa, guddina teeknooloojii, dippiloomaasii tarsimawaa…
Wixineen labsii mirga abbummaa manneen jireenyaa lammiilee alaa ragga’e
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii mirga abbummaa manneen jireenyaa lammiilee alaa raggaasise.
Mana Marichaatti Koree Dhaabbiin…
Mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa diinagdee biyyaa utubaa jira- obbo Addisuu Araggaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sagantaan Ashaaraa Magariisaa madaala uumaamaa tiksuun cinatti diinagdee biyyaa utubaa jira jedhan Sadarkaa Itti Aanaa Pirezidaantii Mootummaa Naannoo…
Itiyoophiyaa badhaate ijaaruuf tokkummaa sabdaneessaa cimsuu qabna- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Sadarkaa Ministira Muummeetti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii obbo Adam Faaraah Itiyoophiyaa jabduufi badhaate ijaaruuf…
Marii Biyyaalessaa keessatti dargaggoonni gahee isaanii bahachaa jiru- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC )- Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa, marii biyyaalessaa keessatti hirmaannaan hawaasaa akka guddatuuf dargaggoonni gahee isaanii…
Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti duulli dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa eegalameera.
Godinichatti guyyaa har'aa biqiltuun akaakuu garaagaraa kumni100 fi…
Qormaataa fi Da’umsa
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2017 (FMC) – Barattoota Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachurratti argaman keessaa shamarran lama qormaatarratti daa'ima ofkalan.
Barattoota qormaata…