Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Irreechi Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddelleetti kabajame
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa Malkaa Daabanaa Magaalaa Beddellee Birbirsa lakkuutti kabajameera.
Ayyaannicharratti Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee,…
Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot Boqonnaa 21ffaan har’a eegala
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2018 (FMC) – Dorgommiin Dorgaa Dorgee Faanaa Laamroot boqonnaan 21ffaan har’a sa’aatii 6:00 tti eegala.
Dorgommii har’a eegaluun dorgommtonni Baandii Kookkab…
Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa Badhaadhinaa kan deeggaruudha- Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2018 (FMC)- Anniisaan Niwukilaraa imala hundagaleessa badhaadhina Itiyoophiyaa kan deeggaruudha jedhan Hogganaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Paartii…
Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018(Finfinnee) -Qulqullina tajaajila tuurizimii fooyyessuun galii damicha irraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira jedhe Komiishiniin Tuurizimii Oromiyaa.…
Ejjennoo Itiyoophiyaan laggeen daangaa ce’an irratti qabdu fayyadamummaa haqa qabeessa…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Ejjennoo Itiyoophiyaan laggeen ishee daangaa ce’an irratti qabdu fayyadamummaa haqa qabeessa mirkaneessuudha jedhan Ministirri Ministeera Bishaaniifi…
Guddinni diinagdee Itiyoophiyaa hariiroo Xaaliyaanii waliin qabdu guddiseera- Ambaasaaddar Dammituu…
Finfinnee, Onkoloolessa 21, 2018 (FMC) – Guddinni diinagdee Itiyoophiyaa hariiroo isheen Xaaliyaanii waliin qabdu guddiseera jedhan Xaaliyaaniitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Dammituu…
Oromiyaatti hojii gabaa tasgabbeessuuf hojjetameen bu’aan argamaa jira -BDO
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2018 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti kurmaana jalqabaatti hojii gabaa tasgabeessuufi qaal’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetameen bu’aan argamaa jira jedhe Biiroon…
Ejjennoon Itiyoophiyaa karaa faayidaa warra kaanii hin miineeni – Dooktar Asfaawu Dingaamoo
Finfinnee, Onkoloolessa 20, 2018 (FMC) - Itipophiyaan ejjennoo ishee kan adeemsistu bu'aa warra kaanii karaa hin miineeni jedhan Ministir Deetaan Ministeera Bishaanii fi Inarjii Ambaasaaddar…
Bu’uuraaleen misoomaa Baaleetti hojjetamaa jiran Holqi Soofumar hambaa addunyaa ta’ee akka…
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2018 (FMC) – Hojiileen bu’uuraalee misoomaa Baaleetti hojjetamaa jiran Holqi Soofumar hambaa addunyaa ta’ee akka galmaa’uuf qooda olaanaa qaba jedhan Ministir…