Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumiin Balal marsaa 23ffaan “Aadaa Hojii fi Duudhaa Uummataa”mata duree jedhuun…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Gumiin Balal marsaa 23ffaan "Aadaa Hojii fi Duudhaa Uummataa'' mata duree jedhuun Waajjira ireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti gaggeeffamaa…
Oromiyaatti bara oomishichaaf lafa qotamuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Oromiyaatti bara oomishaa 2014/15 lafa qotamuuf karoorfame keessaa hanga ammaatti lafti hektaarri miiliyoonni 4.8 ol qophaa'uu Biiroon…
Carraan Fayyadamummaa Agoowaa Ityoophiyaa haqamee ture irra deebiin ilaallamuu danda’a –…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Carraan Fayyadamummaa Agoowaa Ityoophiyaa haqamee ture haalli irra deebiin ilaallamuu danda’u jiraachuu Ityoophiyaatti hojii raawwachiiftuun Imbaasii…
Traakteroonni mootummaa naannoo Somaaleen bitaman 100 magaalaa Jigjigaa ga’an
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Traakteroonni mootummaa naannoo Somaaleen bitaman 100 magaalaa Jigjigaa ga’uu ibsame.
Tiraakteroonni kunneen kanaan dura tiraakteroota 162 akka…
oomishni qonna fuduraa Walaayittaa Sooddootti abbootii qabeenyaa dhuunfaatiin misoome kan…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – oomishni qonna fuduraa Walaayittaa Sooddootti abbootii qabeenyaa dhuunfaatiin lafa hektaara kuma 1 fi 250 irratti misoome kan dinqisiifatamu ta’uu…
Ministeerri Fayyaa appilikeeshinii Maastar Kaard Weelnes Paas jedhamu ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa appilikeeshinii qabiinsa ragaalee fayyaa’aa “Maastar Kaard Weelnes Paas” jedhamu ifoomse.
Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar…
Lammiileen Ityoophiyaa 1127 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 127 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi’uu ibsameera.…
Yuunvarsiitiwwan Muummee Barnootaa qabiyyee walfakkaataa qabaatanii maqaa garaagaraan waamaman irra…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiwwan Muummee Barnootaa qabiyyee walfakkaataa qabaatanii maqaa garaagaraan waamaman moggaasa isaanii irra deebiin sirreessuu akka qaban…
Ityoophiyaan tumsa diinagdee biyyoota lixa Afrikaa waliin qabdu cimsuuf hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan tumsa diinagdee biyyoota lixa Afrikaa waliin qabdu cimsuuf hojjechaa jiraachuu Ministeera Dhimma Alaatti Daayrektarri biyyoota Lixa…
Godina Arsii Lixaatti biqiltuu miiliyoona 262.6 ol dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Arsii Lixaa 13 keessatti ganna kana Biqiltuu miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 62.69 ol dhaabuuf hojjatamaa jiraachuu Waajjirri…