Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sarbamni mirga namoomaa nurra hingeenye-Shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiran
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuutiin mirgi namoomaa shakkamtoota to’annoo seeraa jala jiraanii kan hinsarbamne ta’uu…
Barana Ityoophiyaatti qamadii toonii miiliyoona 2.4 argama jedhamee eegama-Biluumbargi
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Barana Ityoophiyaatti oomishi qamadii toonii miiliyoona 2.4 akka eegamu Ministeera Qonnaa wabeeffachuun Biluumbargi gabaaseera.
Gabaasni Biluumbargi…
Ministirri Maallaqaa Ministira Walta’iinsa Misoomaa Idil Addunyaa Siwiidiin waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shidee, Ministira Walta’iinsa Misoomaa Idil Addunyaa Siwiidiin Maatiildaa Arnikiraansi waliin mari’atan…
Aadde Adaanech Kutaa Magaalaa Eekkaatti giddugala nyaataa ijaarame eebbisan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Kutaa magaalaa Eekkaatti Dhaabbtaa Konistiraakshinii Ityoophiyaan giddugala nyaataa hundaa’e…
Bu’aa qabeessummaa rifoormii gabaa boba’aaf xiyyeeffannaan hojjetama-Obbo Ordiin Badirii
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Bu’aa qabeessummaa rifoormi gabaa boba’aaf xiyyeeffannaan akka hojjetan Preezidaantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badirii dubbatan.
Ministeerri…
Waajjirri Giifti Duree Naannoo Sidaamaatti manni barnootaa ijaarsise eebbifame
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Waajjirri Giifti Duree Naannoo Sidaamaa Aanaa Hakkootti mana barnootaa sadarkaa 2ffaa ijaarsise xumuramuun eebbifameera.
Muummeen Ministiraa Abiy…
Poolisiin Magaalaa Finfinnee guyyaa boruu daandiiwwan konkolaattotaaf cufaa ta’an ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Guyyaa borii daandileen gara Adda Baba’ii Masqalaatti geessan ganama sa’aatii 11:30’rraa hanga guyyaa sa’a 06:00’tti cufaa ta’uu Poolisiin Magaalaa…
Ministirri Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Bakka Bu’aa Addaa Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa…
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeeraa Haqaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Bakka Bu’aa Addaa Mirga Namoomaa Gamtaa Awurooppaa Imaan Gilmoor waliin dhimmoota waqtaawaa…
MM Abiy Ahimad Waarshaa Daabboo naannoo Sidaamaatti ijaarramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Waarshaa Daabboo naannoo Sidaamaatti ijaarramaa jiru daawwataniiru.…
Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 5 fi 911 Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaache
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2014 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee kitaabilee kuma 5 fi 911 Mana Kitaabaa Abrihootiif gumaacheera.
Itti gaafatamaan Damee dhimmoota…