Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaabineen bulchiinsa magaalichaa walga’ii idilee gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 10ffaa waggaa 1ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun…
“Beeyladoota, buna, warqee fi oomisha midhaanii keenya kontirobaandiin daangaa akka hinceene ittisuu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – “Beeyladoota keenya, buna, warqee fi oomisha midhaanii keenya kontirobaandii daangaa ce’an akka hinbaane ittisuu keenya itti fufuu qabna“ jedhan…
Magaalichatti giddugala nyaataa torbaffaa hundeessuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Biroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immanii fi Hawaasummaa Magaala Finfinnee, Meedirook invastimanti Giruuppi waliin ta’uun Magaalaa Finfinneetti Giddugala…
Lammiileen Ityoophiyaa 1017 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 17 guyyaa har’aa gara biyyaa deebi’aniiru.…
Proojektiin lammiilee walitti bu’iinsaan miidhaman dandamachiisuu bu’aa qabeessa akka ta’u…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti proojektiin lammilee walitti bu’iinsaan miidhaan deebisanii dandamachiisuu bu’a qabeessa akka ta’uuf xiyyeffannaan hojjetamaa jiraachuu…
Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu tajaajila geejiba lafarraa, irra deebiin jalqabuuf kan kaayyeffate…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan gidduu imaltootaaf tajaajila geejiba lafaarraa irra deebiin jalqabuuf kan kaayyeeffate mariin gaggeeffameera.
Sudaanitti…
Obbo Dammaqaan Daayrektara Sagantaa Nyaata Addunyaa fi Ministira Walta’iinsa Idil Addnyaa Siwiidiin…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Ittaanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqa Mokonniin, Daayrektara Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biyesle fi Ministira…
Seerota ba’anii hanqina raawwii qaban sagal irratti qorannoon gaggeeffamuuf ta’uu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Jijjiirama hordofee seerota sagal hanqinaalee raawwii qaban irratti qorannoo gaggeessuun yaada furmaataa kan dhiyeessu gareen hundaa’ee hojiitti seenuun…
Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo balaan ibiddaa mudate
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaassel bosona Raas Xaqoroo kan lafa hektaara saddeet uwwisee jirurra balaan ibiddaa qaqqabuun eerame.
Balaan…
Adeemsa Nageenya deebisuu keessatti jaarsoliin biyyaa fi abbootiin amantaa hojiilee bal’aa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Jaarsoliin biyyaa fi abbootiin amantaa adeemsa nageenya deebisuu fi araarri akka bu’u gochuu keessatti hojiilee hedduu hojjechuu isaanii Ittaanaa…