Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haleellaan tasaa gareen Shanee fi adda bilisa baasaa Gaambeellaa jechuun of waamu magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) – Haleellaan tasaa gareen Shanee fi Adda Bilisa Baasaa Gaambeellaa jechuun of waamu magaalaa Gaambeellaatti banan tarkaanfii qindoomaa…
Yuunvarsiitiin Haramayaa Sanyii Filatamaa Qonnaan bultootaaf kenne
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) –Yuunvarsiitiin Haramayaa Sanyii Filatamaa Qonnaan Bultoota 500f kenneera.
Yuunvarsiitichi Sanyii filatamoo Boqqolloo fi Bolloqqee…
Mootummaan Deenmaark hojiilee dhiyeessii bishaan dhugaatii naannoo Sidaamaatti hojjetamu kan tumsu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2014 (FBC) –Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassita Leeddamoon Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Deenmaak Kiraa Ismiiz waliin mari’ataniiru.
Marii…
Finfinneen argisiftuu guddinaa fi badhaadhina magaalota Ityoophiyaa akka taatu hojjechaa jirra-Aadde…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Finfinneen magaalaa fi mana hunda keenyaa, giddugala dippilomaasii idil addunyaa fi argisiftuu guddina fi badhaadhina magaalota Ityoophiyaa akka taatu…
Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsameera.
Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu…
Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2’n Kitaabilee kuma 15 ol…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2'n Kitaabilee kuma 15 fi 400 arjoome.
Dhaabbatichi Kitaabilee afaan biyya keessaa fi…
Sirni awwaalchaa Weellisaa Daawwit Naggaa raawwatame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) –Sirni Awwaalchaa Weellisaa Daawwit Naggaa (Damana) guyyaa har’aa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Kaateediraalii Sillaaseetti raawwatameera.…
Dhaabbatichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni ‘Hundee Oromo Grass Root Development Initiative’’ jedhamu horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen Miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Magaalichatti biqiltuu miiliyoona 7.4 dhaabuuf qophiin taasifamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ganna bara kanaan biqiltuu miiliyoona 7 fi kuma dhibba 4 ol dhaabuuf qophiin taasifamuu Biiroon Miidhaginaa fi Misooma…
Naannoo Harariitti sagantaan ashaaraa magariisaa bu’aa qabeesaa akka ta’uuf hoggansi kutannoon akka…
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti sagantaan Ashaaraa Magariisaa baranaa, bu’aa qabeesaa akka ta’uuf hoggansi kutannoon akka hojjetu Preezdaantiin Naanoo Hararii Obbo…