Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Idilee Komishinaroota Poolisii Damee Qorannoo Yakkaa Poolisii Federaalaa, Naannoleefi…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Yaa’iin Idilee Komishinaroota Poolisii Damee Qorannoo Yakkaa Poolisii Federaalaa, Naannoleefi Bulchiinsa Magaalotaa eegalameera.
Hojii riifoormii…
Godina Jimmaatti oomishtummaan Habaabii baramaa fi dabalaa dhufeera
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Qonnaan bultoonni Godina Jimmaa aanaa Shabee Somboo oomisha habaabii sassaabaa jiru.
Godinichatti misoomni habaabii waggaa 2n dura kan eegale yoo…
Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf qabeenya qabnu haalaan fayyadamuufi misoomsuu qabna- Dooktar…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Badhaadhina Itiyoophiyaa dhugoomsuuf qabeenya qabnu haalaan fayyadamuufi misoomsuu qabna jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri…
Giraanviil Inarjiin Itiyoophiyaatti hojii invastimantiirratti bobba’uu akka barbaadu ibse
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Giraanviil Inarjiin Itiyoophiyaatti ijaarsa giddugala guuchisa humnaa konkolaattota elektirikaafi oomisha baatirii irratti bobba’uu akka barbaadu…
Tajaajila geejjiba baaburaa Itiyoo- Jibuutii adda cite jalqabsiisuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Tajaajila geejjiba baaburaa Itiyoo- Jibuutii guyyoota 3’f adda cite ture jalqabsiisuuf hojjetamaa jiraachuu Humni Elketirikaa Itiyoophiyaa beeksise.…
Poolisiin Federaalaa Awaash Sabaattitti ijaarsa Guddugala Leenjii Bu’uuraa Poolisii eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) –Komishinarri Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabramikaa’el Awaash Sabaattitti ijaarsa Guddugala Leenjii Bu’uuraa Poolisii eegalchiisaniiru.…
Dandeettiin lola meeshaa teeknooloojiifi humna namaa muraasaan xumuruu dandeessisu ijaarameera-…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017 (FMC) – Humna Qilleensaa, Saayibariifi Mekaanaayizdii ammayeessuun dandeettiin lola meeshaa teeknooloojiifi humna namaa muraasaan xumuruu dandeessisu…
Tajaajilli geejiba baaburaa Itiyoo Jibuutii guyyaa sadan kana addaan citee jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) – Tajaajilli geejiba baaburaa Itiyoo Jibuutii guyyaa sadan kana addaan citee jira.
Tajaajilichi addaan kan cite humni ibsaa Mi’eessoo hanga Jibuutii…
Nageenya lammiilee sirnaan eeguuf qaamoleen nageenyaa dirqama akka qaban hubachiifame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Kolleejjii Poolisii Oromiyaatti Inistiyuutiin Leenjii Ogummaa poolisii Mooraa Sanqallee Amboo qondaaltoota Poolisii , to'attoota tiraafikaa fi…
Daawwannaan qonnaafi indaastirii Naannoo Afaaritti taasifame humna oomisha nyaataatiin of…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2017(FMC) - Daawwannaan qonnaafi indaastirii Naannoo Afaaritti taasifame humna oomisha nyaataatiin of danda'uu naannichatti guddataa dhufe kan mul'ise ta'uu…