Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Finfinneetti barataan tokko lolaan fudhatamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Gullalleetti rooba guyyaa kaleessaa roobeen barataan tokko lolaan fudhatamuu ibsameera.
Barataan mana barumsaa…
Aadde Masarat Daamxeen Odiitara Olaantuu Waajjira Odiitara Olaanaa Federaalaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Aadde Masarat Daamxeen Odiitara Olaantuu Waajjira Odiitara Olaanaa Federaalaa ta’uun muudamaniiru.
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Yaa’ii idilee…
Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa ta’uun muudamaniiru.
Ambaasaaddar Tasfaayeen Ministeera Dhimma Alaatti Ministir…
Miseensotaa poolisii federaalaati jechuun meeshaalee waraanaa fayyadamuun namootaa yakkaa saamicha…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Hordoffii addaa Poolisii Federaalaan sanadoota sobaa fi meeshaalee waraanaa fayyadamuudhaan namoota gurmaa’uun yakka saamichaa raawwachaa turan…
Gareen Jilaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamu Turkii Jira
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Gareen Jilaa Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Durfamuu Turkii seeneera.
Jilichi shaakala…
Ityoophiyaa bu’uura jabaarratti ijaaruuf galma qabame milkeessuuf hojiin olaantummaa seeraa…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Hojiilee nageenya mirkaneessuu jalqabameen seera kabachiisuu dabalataan Ityoophiyaa bu’uura jabaarratti ijaaruuf galma qabame milkeessuuf hojiin…
Lammiileen kuma 1 fi 30 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen kuma 1 fi 30 Sa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Kanneen deebi’an keessaa lammiilee 209…
Feestivaalli Aadaafi Aartii Afrikaa Bahaa Kibxata dhufu eegala
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Feestivaalli Aadaa Fi Aartii Afrikaa Bahaa Kibxataa dhufu akka eegalu, Ministeerri Aadaa fi Ispoortii fi Ministeerri Dhimma Alaa ibsa waloon…
Oromiyaatti mankuusaawwan nyaata beeyladaa 6 ijaaruuf karoorfameera jedhame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti mankuusaawwan nyaata beeyladaa ja’a birri miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 20’n ijaaruuf karoorfamuu Biiroon Qonna Oromiyaa…
Saganataa ashaaraa magariisaa baranaan biqiltuuwwan firiin isanii nyaataaf oolu miiliyoona 500 ol ni…
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Saganataa ashaaraa magariisaa baranaan biqiltuuwwan firiin isaanii nyaataaf oolu miiliyoona 500 ol kan dhaabaman ta’uu Koreen Teekinikaa Sagantaa…