Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mariin carraa leenjii ogummaa fi bobbii hojii biyya alaa bal’isuu dandeessisu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil marii carraa leenjii ogummaa fi bobbii hojii biyya alaa bal’isuu dandeessisu gaggeessaa…
Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo isaanii daran ni Cimsu- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Soomaaliyaan hariiroo gamlamee isaanii daran kan Cimsan ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad beeksisan.
Muummeen Ministiraa Abiy…
Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa hirmaannaa Misooma Ityoophiyaarratti taasisu cimsee akka itti…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Fandiin Misooma Qonnaa Idil Addunyaa hirmaannaa Misooma Ityoophiyaarratti taasisu cimsee akka itti fufu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa…
Rakkoo Mana Jireenyaa furuuf filannoowwan garaagaraa barbaadamaa jiraachuu eerame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Rakkoo Mana Jireenyaa furuuf filannoowwan garaagaraa barbaadamaa jiraachuu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.
Ministirri…
Magaalaa Dirree Dawaatti Konfiransiin duudhaalee aadaa biyyaalessaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Magaalaa Dirree Dawaatti Konfiransiin duudhaalee aadaa biyyaalessaa gaggeeffameera.
Duudhaaleen aadaa qabeenya sabaa fi sablammiilee qofa osoo hin…
MM Abiy Ahimad muudama Preezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimmuud irratti argamuuf Moqaadishoo…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad muudama Preezdaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahimmuud irratti argamuuf Somaaliyaa Moqaadishoo galaniiru.
Jilli…
Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Proojektii Manneen Jireenyaa Garjii eebbisiisuufi
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Korporeeshiniin Manneen Federaalaa Proojektii teeknooloojii ammayyaa itti beeksise proojektii Manneen Jireenyaa Garjii eebbisiisuuf ta’uu beeksiseera.…
Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Turkiyyee waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Ministira Ministeera Raayyaa Ittisaa Biyyaa Turkiyyee Hulusii Akar…
Hariiroo naannolee cimsuun olaantummaa heeraa mirkaneesuurratti ga’ee olaanaa qabaachuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Hariiroo naannolee cimsuun olaantummaa heeraa mirkaneesuurratti ga’ee olaanaa qabaachuu Ittaantuun Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Aadde Zaahiraa…
Waggoottan 3 darbanitti dhaabbileen siiviilii hawaasaa kumni 2 fi 50 hundaa’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Waggoottan 3 darban qofaatti dhaabbileen siiviilii hawaasaa kumni 2 fi 50 hundaa’uu Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Siiviilii Hawaasaa beeksise.
Abbaan…