Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa hospitaalaa Poolisii Harar BirriI biiliyoona 1 oliin babal’isuufi
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Poolisii Federaalaa hospitaalaa Poolisii Harar Birrii biiliyoona 1 oliin babal'isuuf Intarpiraayizii Ijaarsa Raayyaa Ittisaa Waliin waliigaltee…
Komishiniin Marii Biyyaalessaa Magaalaa Dirree Dawaatti qaamolee garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Magaalaa Dirree Dawaatti qaamolee garaagaraa waliin mari’ateera.
Komishinichi abbootii gadaa, abbootii amantaa fi…
Dhaabbatichi lammiilee naannoo Afaar qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Tajaajila Geejjibaa Galaanarraa fi Loojistikii Ityoophiyaa lammiilee naannoo Afaar weerara garee ABUTiin qe’ee fi qabeenya isaaniirraa…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Kaampii Leenjii Shanee barbadeessuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa godina Matakkal aanaa Dibaaxiitti Kaampii Leenjii Shanee barbadeessuu Koloneel Makonnin Tsaggaayee ibsaniiru.
Hojii Eebila 17…
Preezdaantiin naannoo Affaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii waliin…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Affaar Obbo Awwal Aarbaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Xaaliyaanii Agostiinoo Paalsee waliin mari’ataniiru.
Mariisaaniin sababa…
Deeggarsi namoomaa meetirik tooniin kumni 87 fi boba’aan liitirri kumni 783 naannoo Tigraayitti…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Baatii Adoolessaa bara darbeerraa eegalee deeggarsi namoomaa midhaan nyaataa meetirik tooniin kumni 87, maallaqni callaan Birrii biiliyoonni 2.1 fi…
Ityoophiyaan Baankii Addunyaarraa deeggarsa Doolaara miiliyoona 210 argatte
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan Baankii addunyaarraa deeggarsa Doolaara miiliyoonaa dhibba 2 fi miiliyoona 10 argachuu ibsame.
Deeggarsichis naannawaa hanqina roobaa…
Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti ijaarsa manneen 36 eegalchiisan
Finfinnee, Caamsaa 30, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti ijaarsa suuqota 28 fi manneen jireenyaa 8 eegalchiisaniiru.…
Mana nama dhuunfaa keessatti Rasaasni moortaaraa 23 kuufame argame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Aanaa Ambaassal naannawaa ganda 02 Xiisaa Abbalima jedhamee waamamutti, mana fincaanii nama dhuunfaa keessatti rasaasni moortaaraa…
Nageenyii fi tasgabbiin walitti hidhamiinsa naannawaa cimaaf murteessadha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Nageenyaa fi tasgabbii mirkaneessuun walitti hidhamiinsa naannawaa cimaaf murteessa ta’uu hayyoonni damechaa himan.
Dhaabbata Giddugalaa Qo’annoo…