Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Koolleejjichi teekinooloojii babal’isuun qonnaan bultoota fayyadamoo taasisaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Koolleejjiin BLTO Qonnaa Agaarfaa qonnaa ammayyeessuu fi teekinooloojii babal’isuun oomishaa fi oomishtummaa qonnaa dabaluuf xiyyeeffanaan hojjechaa…
Ityoophiyaatti afaanota baduurratti argaman dagaagsuuf hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanota baduurratti argaman addaa baasuun akka hinbanneef hojiin dagaagsuu gaggeeffamaa jiraachuu Akkaadamiin Afaanotaa fi Aadaalee…
Ityoophiyaatti qabiyyeen imaammata tajaajila tola ooltummaa qophaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti qabiyyeen imaammata tajaajilaa tola ooltummaa qophaa’aa jiraachuu Abbaan Taayitaa Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii beeksise.
Itti…
Lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa biyyatti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa lammiileen Ityoophiyaa 977 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’uu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa beeksise.…
Giifti Dureen Zinnaash Taayyaachaw magaalichatti haaromsa manaa miseensota hawaasaa dhibee juuzamiif…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Giifti Dureen Zinnaash Taayyaachaw magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Kolfeetti haaromsa manaa miseensota hawaasaa dhibee juuzamiif saaxilaman fayyadamoo…
Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa marsaa 2ffaan kitaabilee 2000 Mana Kitaabaa Abirhootiif arjoome
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Tajaajilli Oduu Ityoophiyaa dameelee 38 akka biyyattiitti qabuu fi namoota dhuunfaarraa kitaabilee walitti qabe kuma lama Mana Kitaabaa Abirhootiif…
Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti afaanota 53’f sirni barreeffamaa qophaa’ee sirna baruu fi barsiisuuf hojiirra ooluu isaanii Ministeerri Aadaa fi Ispoortii ibse.…
Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuun biiliyoonni 4.6 ol qophaa’uu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf biqiltuun biiliyoonni 4.6 ol qophaa'uu Biiroon Qonnaa naannichaa ibseera.
Naannichatti Sagantaa…
Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii fudhatameen Birriin miiliyoonni 16 ol…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Yakkoota dinagdee biyyaa miidhaan ittisuuf tarkaanfii seeraa fudhatameen Birri Miiliyoona 16 baraaruun akka danda’ame Biiroon Abbaa Alangaa Waliigala…
Finfinneetti ijaarsa gamoowwan dabalataa mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaarsa gamoowwan dabalataa mana barumsaa Jaarraa Abbaa Gadaaf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.
Manni…