Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaaffilee ummanni naannichaa kaasuu deebisuuf hooggansi itti gaafatama isaa sirnaan bahachuu qaba-…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Gaaffilee ummanni naannichaa kaasuu deebisuuf hooggansi itti gaafatama isaa sirnaan bahachuu qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Gaaffiileen uummataa murteessaa fi bu’uuraa haalduree tokko malee deebii hatattamaa argachuu…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Gaaffiileen uummataa murteessaa fi bu’uuraa haalduree tokko malee deebii hatattamaa argachuu akka qaban Sadarkaa Ministiraatti Qindeessaan Waajjira…
Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee Dilbata dhufu gootota duula birmadummaa biyyaaf beekamtii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Miseensotaa fi hoggantoota wayita duula birmadummaa biyyaa gootummaa fi raawwii hojii gaarii galmeessaniif sagantaa beekamtii fi galateeffannaa kan…
Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an gara Tigiraayitti imalaa jiraachuu Daayrektarri Sagaantaa …
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an hedduun gara Tigiraayitti imalaa jiraachuu Sagaantaa Nyaata Addunyaa beeksise.
Daariktarri Sagantaa Nyaata…
Ambaasaaddaroonni Arabaa Ityoophiyaa waliin hariiroo waliigalteerraatti bu’uureffate caalmaatti…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) –Miseensonni Mana Maree Ambaasaaddaroota Arabaa fi Ambaasaddarooni Liigii Arabaa Arabaa Ityoophiyaa waliin hariiroo waliigalteerraatti bu’uureffate…
ABUT abjuu biyya diiguu isaa milkeessuuf Naannoo Beenishaangul Gumuzitti yaaliiwwan garagaraa…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) - Gareen shorokeessaa ABUT abjuu biyya diiguu isaa milkeessuuf Naannoo Beenishaangul Gumuzitti yaalii garagaraa raawwateera jedhan Preezdaantiin naannichaa…
MM Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa laatan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad muudamoota garaagaraa laataniiru.
Haaluma kanaan:-
1.Obbo Heenook Warquu, Itti Aanaa Daayrektara Olaanaa…
Feestivaala Aadaa fi Aartiiwwanii Afriikaa Bahaarratti dammaqinaan akka hirmaatan ambaasaaddaroonni…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Waxabajjii 7-12, 2014 mata duree “Aadaa fi Aartiiwwan Walitti Hidhamiinsa Naannawaaf” jedhuun kan gaggeeffamu Feestivaala Aadaa fi Aartiiwwanii…
Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti haala kenniinsa tajaajilaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Lidataatti haala kenniinsa tajaajilaa daawwataniiru.
Aadde Adaanach daawwannaa…
Godina Guraageetti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun daa’immaan lamaa darbe
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Godina Guraagee aanaa Chahuu ganda Adoosheenaa Aturchaatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun daa’immaan lamaa darbuu Waajjirri Poolisii aanichaa…