Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaalariin Albuuda Ityoophiyaa eebbifamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Gaalariin Albuuda Ityoophiyaa Ministeera Albuudaatti argamu eebbifamaa jira.
Sagantaa kanarratti Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi…
Komishinichi ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiise
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Komishiniin Gumurukaa kutaa magaalaa Qiirqoositti ijaarsa manneen jireenyaaf kan oolu deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasiiseera.
Komishinarri…
Obbo Dammaqaan deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf tattaaffii taasiifamaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin deeggarsa namoomaa gara Naannoo Tigraay ergamu saffisiisuuf…
Godina Harargee Bahaa fi Jimmaatti sagantaan sochiin Buusaa Gonofaa eegalchiisuu gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Aadaa fi duudhaa wal-gargarsaa Uummataa lafa qabsiisuuf Godina Harargee Bahaa fi Jimmaatti sagantaan Buusaa Gonofaa eegalchiisuu gaggeeffameera.…
Mareen biyyaalessaa rakkoolee biyyattii muudataniif furmaata fida – Dooktar Diimaa Nagawoo
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa rakkoolee biyyattii yeroo ammaa muudataniif furmaata fida jedhan Hayyuun Siyaasaa Dooktar Diimaa Nagawoon.…
Faanaa Broodkaastiing Korporeet marsaa 2ffaaf mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 10 ol…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeet marsaa 2ffaaf mana Kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 10 ol gumaacheera.
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Faanaa…
Hariiroon damee Ayiveeshinii Ityoophiyaa fi Jiibuutii cimee itti fufa – Aadde Daagmaawiit Magos
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojastiksii Aadde Daagmaawiit Magos Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jiibuutii Mahaammuud Iyyaabeen waliin…
Obbo Dammaqaan Magaalaa Samaraa galan
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaan Makoonniin naannoo Afaar Magaalaa Samaraa galaniiru.…
Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Uummata proojektii Adwaa 00 fi haaroomsa mana Qopheessaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummata proojektii Adwaa Zeeroo Zeeroo fi haaroomsa mana Qopheessaa magaalaa Finfinnee daawwataniiru.…
Magaalaa Jimmaatti balaan Ibiddaa muudatee ture to’atame
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa Ganda Bachoo Booreetti balaan ibiddaa galgala kana mudatee ture hirmaannaa ummataafi hojjettoota ittisa balaatiin miidhaa hamaa…