Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy Ahimad biyyoonni hojii Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaan eegalteetti akka makaman waamicha…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad biyyoonni imala Ashaaraa magariisaa Ityoophiyaan eegalteetti akka makaman waamicha dhiyeessaniiru.
Muummeen…
Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 7 gumaache
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Ityoophiyaa mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 7 gumaachuu Barreessaa Olaanaan yaa’ichaa Lubni Taagaay Taaddalaa…
Aanaa Dugdaa Ganda Eelaa Garba Daalachaatti shakkamtoonni Xaa’oo kuntaala 2700 ol saamuuf…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa Ganda Eelaa Garba Daalachatti shakkamtoonni Xaa'oo kuntaala kuma 2 fi 700 ol gurmuun hatuu fi saamuuf turan 25…
Baaleetti proojektoota misoomaa hojjetamaa jiranii fi misoomuu danda’an gamaaggamneerra – MM…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Naannoo Oromiyaa, Godina Baaleetti proojektoota misoomaa hojjetamaa jiraniifi misoomuu danda'an gamaaggamuu isaanii…
Ityoophiyaatti tajaajila tolaan hojiileen misoomaa Birrii biiliyoona 7 baasan hojjetaman
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gabaasni Tajaajila Tola Ooltummaa Addunyaa 4ffaan mata duree ‘Waldaalee walqixaa fi hundagaleessa ijaaruu’ jedhuun Galma Komishinii Diinagdee Afrikaatti…
Eegzibiishinii fi Feestivaalli Aadaa Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa eegalame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Eegzibiishinii fi Feestivaalli Aadaa Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa magaalaa Boongaatti ifatti eegalameera.
Saganticharratti Ittaanaa Preezdaantii…
Itti gaafatamaan Waajjira Caffee Oromiyaa Inistiitiyuutii Diimokiraasii Paartii Hedduminaa…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Itti gaafatamaan Waajjira Caffee Oromiyaa obbo Indaashaaw Birhaanuun garee Inistiitiyuutii Diimokiraasii Paartii Hedduminaa Neezerlaand(NIMD) waliin…
Magaalaa Sulultaatti guyyaa har’aa qofa balaa ibiddaa yeroo 2ffaaf muudateen qabeenyarra…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Magaalaa Sulultaatti guyyaa har’aa qofa balaa ibiddaa si’a lama muudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Balaa ganama har’aa…
Jarman marii biyyaalessaa Ityoophiyaa deeggaruuf qophiidha- Ambaasaaddar Isteefan Awar
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Jarman marii biyyaalessaa Ityoophiyaa deeggaruuf qophii ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Jarman Isteefan Awar ibsan.
Rakkoolee keessoo…
Ministeerichi hawaasaa naannoo Somaalee naannawaa Kaaluubii fi Hilaalaatiif Birrii Miiliyoona 113…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Albuudaa misooma hawaasaa naannoo Somaalee naannawaa Kaaluubii fi Hilaalaatiif Birrii Miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 13 gumaache.…