Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaan Magaalaa Aqaaqii Qaallittii dhiibbaa Qaala’insa jireenya salphisuuf proojektoota Birrii…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Kutaan Magaalaa Aqaaqii Qaallittii dhiibbaa Qaala'insa jireenya lammiilee jireenyaa gad aanaa jiraatan irra…
Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa dhiyeessuuf boqonnaa malee…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti lammiilee deeggarsa namoomaa barbaadaniif deeggarsa dhiyeessuuf boqonnaa malee hojjetamaa jiraachuu Af Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu Baalee Roobeetti daawwannaa hojii taasiisaa jira
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu magaalaa Baalee Roobeetti daawwannaa hojii gaggeessaa jiraachuu ibsameera.…
Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa Reediyoo Hawaasaa eebbisiise
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dirree Dawaa Buufata Raadiyoo Hawaasaa eebbisiiseera.
Buufata Raadiyoo Hawaasaa kanaaf moggaasni maqaa FM 104.5 jedhu laatamuufii…
Godina Gujiitti Kuusaan bishaanii baasii Birrii miiliyoona 17 ijaaramaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Godina Gujii aanaa Adoolaa ganda Dalaaleesaatti Kuusaan bishaanii baasii Birrii miiliyoona 17 ijaaramaa jiraachuu ibsameera.
Kuusaan bishaanichaa…
Aadde Adaanach hojii daandii cinaa miidhagsuu Uraa’eelii hanga Addabaabaayii Puushkiin eegalchiinsan
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) –Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen hojii magariisummaan daandii cinaa miidhagsuu Uraa’eelii hanga Addabaabaayii Puushkiin…
Qaamolee nageenya booreessuuf socho’anirratti tarkaanfii fudhachuuf mootummaan ga’umsa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Qaamolee nageenya booreessuuf socho'anirratti tarkaanfii fudhachuuf mootummaan ga'umsa amansiisarratti kan argamu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii…
Damee invastimantii alaa dadammaqsuuf filmaatawwan haaraa hojiirra oolchuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Damee invastimantii alaa dammaqsuuf filmaatawwan haaraa hojiirra oolchuuf hojjetamaa jiraachuu Koomishinii Invastimantii Ityoophiyaa beeksise.…
Damee dinagdeen jijjiiramaa ilaalchaa fiduuf gaheen miseensota paarlaama olaanaadha- Afyaa’ii…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Damee dinagdeen jijjiiramaa ilaalchaa fiduuf gaheen miseensota paarlaamaa olaanaadha jedhan Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Taaggasaa Caafoon.…
Damee Odeeffannoo fi Tikaan tumsi Ityoophiyaa fi Ameerikaa akka cimuuf nan hojjedha- Miseensa…
Finfinnee, Caamsaa 24, 2014 (FBC) – Damee Odeeffannoo fi Tikaan tumsi Ityoophiyaa fi Ameerikaa cimee akka itti fufuuf nan hojjedha jedhan Miseensi Kongiransii Ameerikaa Tireent Keeliin.…