Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ittaantuun barreessituu olaantuu Mirga Namoomaa DhMG boru irraa eegalee Ityoophiyaa ni daawwatu
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ittaantuun barreessituu olaantuu Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ilzee Biraandis Keeriis guyyaa boruu irraa eegalee Ityoophiyaatti…
Mootummaan qaamolee daldala seeraan alaa fi kontiroobaandii raawwatan irratti tarkaanfii kan fudhatu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) –Qaamolee seeraa fi danbii daldalaa cabsuun daldala seeraan alaa fi kontiroobaandii raawwatan irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Ministeerri Daldalaa…
Dooktar Teedroos Adihaanoom aangoo isaanii fayyadamuun kaayyoo ABUT raawwachiisuu akka dhaaban…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Daayrektarri Olaanaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Teedroos Adihaanoom aangoo isaanii fayyadamuun kaayyoo ABUT raawwachiisuu akka dhaaban gaafataman.…
Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Dobartoota DhMGtti bakka buutuu Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoogee Tasfaayeen Dubartoota Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti bakka buutuu…
Qulqullinni kenniinsa tajaajilaa dhaabbilee Siviil Sarvisii keessatti kannamuu qaama bilisaan…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Qulqullinni kenniinsa tajaajilaa dhaabbilee Siviil Sarvisii keessatti kannamuu qaama bilisaan madaalamuu akka qabu Komishiniin Siviil Sarvisii Federaalaa…
Wixineen labsii Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa irra deebiin fooyyeessuuf dhiyaate…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa wixinee labsii Tajaajila Odeeffannoo fi Nageenya Biyyaalessaa irra deebiin fooyyeessuuf dhiyaate bal’inaan…
Kutaan magaalichaa Mana Barumsaa Bultii Addaa Oromiyaaf deeggarsa meeshaalee barnootaa Birrii…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Kutaan magaalaa Lammii Kuraa Mana Barumsaa Bultii Addaa Oromiyaa magaalaa Bishooftuuf deeggarsa meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 3.9tti tilmaamamu…
Magaalichatti dhiyeessii manaa dabaluuf misoomsitoota Riil Isteetii waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dhiyeessii manaa dabaluuf misoomsitoota Riil Isteetii waliin mariin gaggeeffameera.
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee dhimmoota…
Waldaan Misooma Oromiyaa salphaatti sadarkaa amma jirurra hin geenye – Obbo Abbaaduulaa…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Waldaan Misooma Oromiyaa salphaatti sadarkaa amma jirurra hingeenye jedhan Walitti qabaan Boordii waldichaa obbo Abbaaduulaa Gammadaan.…
Dhaabbanni waggaatti balfa pilaastikaa toonii kuma 10 deebisee hojiirra oolchu Paarkii Indaastirii…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Dhaabbanni waggaatti balfa pilaastikaa toonii kuma 10 ol deebisee hojiirra oolchu Paarkii Indaastirii Adaamaa keessatti ijaaramuuf ta’uu ibsame.…