Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoon Gaambeellaa misooma indaastirii oomishaa qabeenya uumamaa bu’uureffateef qophiidha- Obbo…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Naannoon Gaambeellaa misooma indaastirii oomishaa qabeenya uumamaa bu’uureffateef qophii ta’uu Preezdaantiin naannichaa Obbo Umood Ujuluun ibsan.…
Qaala’iinsa diinagdee jijjiirama addunyaan qoramaa jiru dandamachuuf aadaan hojii fi dorgommii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Qaala’iinsa diinagdee jijjiirama addunyaan qoramaa jiru dandamachuuf aadaan hojii fi dorgommii gabbachuu akka qabu hayyoonni ibsan.
Waltajjiin marii…
Kutaan magaalaa Addis Katamaa lammiilee buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 15 olii…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Kutaan magaalaa Addis Katamaa lammiilee sababoota adda adaan qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa akaakuu Birrii…
Hojiilee filataman hojjechuun dhiibbaa jireenya hawaasaa hir’isuuf tattaaffiin taasisnu itti fufa-…
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Hojiilee filataman hojjechuunii fi bu’aa fiduun dhiibbaa jireenya hawaasaa hir’isuuf tattaaffiin taasisan kan itti fufu ta’uu Kantiibaan magaalaa…
Buufanni konkolaataa qindaa’aa Magaalaa Roobee baatiwwan 10 booda tajaajila kennuu eegaluufi
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Buufanni konkolaataa qindaa’aa magaalaa Roobee Birrii miliyoona dhibba 2 miiliyoona 96 oliin ijaarame Adoolessa 5, 2013 eebbifamuun isaa ni yaadatama.…
Artist Wandiwasan Birhaanuu (Saajiin Dokkilleen) addunyaa kanarraa du’aaan boqote
Finfinnee, Caamsaa 12, 2014 (FBC) – Artiist Wandawasan Birhaanuu Saajiin Dokkillee jedhamuun kan beekamu addunyaa kanarraa du’aan boqote.
Artiist Wandawasan dhibee onneen umrii waggaa…
Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Gamtaa Aduu Idil Addunyaa Waliin Misooma anniisaa Aduurratti…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii Gamtaa Aduu Idil-addunyaa waliin misooma anniisaa aduu irratti hojjechuuf waliigaltee mallatteesseera.
Ministir…
Dhaabbanni Misooma Baadiyyaa Afrikaa fi Eeshiyaa proojektoota misooma baadiyyaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Misooma Baadiyyaa Afrikaa fi Eeshiyaa proojektoota misooma baadiyyaa Ityoophiyaa keessatti hojjetaman akka deeggaru beeksiseera.
Hinditti…
Karoora guddina siyaas dinagdee Naannoo Oromiyaa galmaan gahuuf galii naannichaa dabaluun dirqama-…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Karoora guddina siyaas- dinagdee Naannoo Oromiyaa galmaan gahuuf galii naannichaa dabaluun dirqama ta'uu, Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Ittaantuun barreessituu olaantuu Mirga Namoomaa DhMG boru irraa eegalee Ityoophiyaa ni daawwatu
Finfinnee, Caamsaa 11, 2014 (FBC) – Ittaantuun barreessituu olaantuu Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Ilzee Biraandis Keeriis guyyaa boruu irraa eegalee Ityoophiyaatti…