Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sababa haala qilleensaan balalliiwwan biyya keessaa murtaa’an ni haqamu – Daandii…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Sababa haala qilleensaan balalliiwwan biyya keessaa kutaalee biyyattii garaagaraatti taasifamuuf turan kanneen murtaa'an ni haqamu jedhe Daandiin Qilleensaa…
Magaalichatti dargaggoonni leenjii Pirojektii Biqaat marsaa 3ffaa leenji’aa turan eebbifaman
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) –Magaalaa Jimmaatti sagantaan eebba Pirojektii Biqaat marsaa 3ffaa gaggeeffame.
Dargaggoonni guyyaa har'aa eebbifaman dhaabbilee garaagaraa keessatti leenjii…
Mariin ummataa “Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida’amuu” jedhuun…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) –Mariin ummataa "Labsiiwwan Gubaa Injifannoowwan Mootummaa Ida'amuu" jedhuun Magaalootaa fi Godinaalee Oromiyaatti garaagaraatti gaggeeffameera.
Waltajjiin…
Piroojektoota Korporeeshinii Misooma Zoonii Dinagdee Addaa Gadaa yeroo jedhame keessatti xumuruuf…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Piroojektoonni Korporeeshinii Misooma Zoonii Dinagdee Addaa Gadaatiin hojjetamaa jiran daawwataman.
Piroojektoonni Buufata Loojistiksii, Indaastiriin…
Magaalaan Shaggar qonna Qamadii bonaan lafa heektaara kuma 42 ol misoomsuufi.
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Magaalaa Shagaritti Qonna Qamadii Boneen lafa heektaara Kuma 42 fi 600 ol misoomsuuf hojjetamaa jira.
Facaasaan qamadii bonee Magaalaa Shaggar kutaa…
Misooma Koriidarii aadaa hojii Jijjiire…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hojiin Misooma koriidarii sadarkaa jiruu fi jireenyaa fooyyeessuun aadaa hojii jijjiiruun ibsame.
Tumsi Magaaloota Itiyoophiyaa waltajjii marii misooma…
Miidiyaa fi Kominikeeshiniin beekumsaa fi hubannoon hogganamuu qaba- Obbo Hayiluu Addunyaa
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Hoggansi hojii Miidiyaa fi Kominikeeshinii beekumsaa fi hubannoon masakamee bifa tarsiima’aa ta’een hogganuu qaba jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii…
Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira- Ambaasaaddar Girmaa Birruu
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Xiyyeeffannoon guddina indaastiriif kenname bu’aa fidaa jira jedhan Gorsaan Diinagdee Gooroo Ministira Muummeefi Walitti qabaan Kaawunsilii Biyyaalessaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'ataniiru.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Misooma Tuurizimii Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo argate…
Finfinnee, Mudde 10, 2018 (FMC) - Mootummaan Naannoon Oromiyaa bakkeewwan hawwataa fi qabeenya dilbii tuurizimii naannichi qabu beeksisaafi misoomsaa jira jedhe Biiroon Aadaa fi Tuurizimii…