Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaa Ashaaraa magariisaa tumsa mootummaafi uummataa cimse
Jijjiiramaan as inisheetiiviiwwan mootummaan ida’amuu hojiirra oolchee bu’aa qabatamaa galmeessisaa jiran keessaa sagantaan ashaaraa magariisaa adda durummaan ka’a.
Bu’aa sagantaan kun…
Oromiyaatti duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 466 dhaabuuf qophiin…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Naannoo Oromiyaatti duula dhaabbii biqiltuu guyyaa tokkoon biqiltuu miiliyoona 400 fi miiliyoona 66 dhaabuuf qophiin xumurameera jedhe Biiroon Qonnaa…
Oromiyaatti qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoome
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Naannoo Oromiyaatti qabxiin qormaata naannoo xumura barnoota Sadarkaa 1ffaa Kutaa 6ffaa bara 2018 ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50% fi isaa ol ta'uun…
Seenaa haaraa galmeessisuuf…
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018(FMC) - Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan biliyoona 8.5 dhaabuuf karoorri qabame hojiitti jijjiiramaa jira.
Hanga ammaattis biqiltuuwwan…
Gareen Seeraan alaa TPLF’ deeggarsa namoomaa faayidaa siyaasaa Isaaf oolchaa Jira – Komishinar…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC)- Komishinarri Komishinii Hoggansa Sodaa Balaa Itiyoophiyaa Dooktar Shifarraaw Taklamaariyaam, Gareen seeraan alaa TPLF raabsa deeggarsa namoomaa faayidaa…
Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa.
𝐇𝐮𝐦𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐖𝐚𝐥𝐨𝐨: 𝐊𝐚𝐚𝐩𝐩𝐢𝐭𝐚𝐚𝐥𝐚 𝐐𝐚𝐫𝐨𝐨𝐦𝐢𝐧𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐆𝐚𝐫𝐚 𝗗𝐡𝐚𝐚𝐛𝐛𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐀𝐦𝐦𝐚𝐲𝐲𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢
𝗜. 𝗠𝗼𝗼𝘁𝘂𝗺𝗺𝗮𝗮𝗻 𝗗𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲𝘁𝘁𝗶𝗶 𝗛𝗮𝘄𝗮𝗮𝘀𝗮𝗮 𝗛𝗶𝗻𝘂𝘂𝗺𝘂; 𝗡𝗶𝘀𝗶𝗿𝗻𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮
Ciminni mootummaa tokkoo humna hawaasaa haaraa uumuu miti.…
Mariin garee Tarsiimawaa har’as itti fufee oole
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Yaa’iin Maree Biyyaalessaa garee tarsiimawaa 16 miseensota 250 qabuun gurmaa’uun mariin mari’attootaa har’as itti fufee ooleera.
Gareewwan…
Barattoonni miiliyoonni 8.9 fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’aniiru- Piroofeesar Birhaanuu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Barattoonni miiliyoonni 8 fi kumni 900 fayyadamoo sagantaa nyaata barattootaa ta’aniiru jedhan Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu…
Sirna bulchiinsa bishaanii qonnaa fi misooma jallisiif tajaajilu cimsuun barbaachisadha-…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC) – Sirna bulchiinsa bishaanii qonnaa fi misooma jallisiif tajaajilu cimsuun barbaachisaa ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Daddabarsa namootaa seeraan alaa xiyyeeffannoo barbaadu…
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018(FMC)- Daddabarsa namootaa seeraan alaa ittisuuf qaamoleen qooda fudhattootaa qindoominaan hojjechuu qabu jedhe Dhaabbanni Godaantotaa idil-addunyaa.
Guyyaan…