Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni eegalame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa Magaalaa Dassee fi Hayiqitti barnoonni sababa weerara garee shororkeessaa ABUTtiin adda cite ture eegalameera.…
Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaan
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Qaamoleen garaagaraa Birrii miiliyoona 14.4 olitti tilmaamamu Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru.
Dhaabbanni Maxxansaa Birihaanii…
Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwatan
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Miseensoonni diyaaspooraa naannoo Affaar aanaa Cifraatti lammiilee waraanaa miidhaman daawwataniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar seenuun…
Waltajjiin marii hoggantoota kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleen gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Waltajjiin marii hoggantoota sadarkaa kutaa Magaalaa Finfinnee fi aanoleerra jiraniin gaggeeffamaa ture xumurameera.
Waltajjichi guyyoota sadiif…
Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabe
=Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabameera.
Itti gaafatamaa waajjira aanichaa Obbo Mokonnin Booraa ,qabeenyi…
Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture naannoo Kibbaa Godina Koonsoo Sulula Yaandaa Tuumeetti…
Ityoophiyaan ummata Afrikaa maraaf biyya Lammaffaadha – Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Seeneegaal
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan ummata Afrikaa maraaf biyya Lammaffaa ta’uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Seeneegaal haaraa ta’uun kan muudaman Mahammad Laamiin…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa Diyaaspooraa hirmaachise gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Sagantaan Ashaaraa magariisaa Diyaaspooraa hirmaachise gaggeeffameera.
Sagantichi Paarkii Diyaaspooraa keessatti kan…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa har’aa eegalee gara Dassee -Kombolchaatti balallii ni jalqaba
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa har’aa eegalee balallii idilee gara Dassee -Kombolchaatti taasiisu kan jalqabu ta’uu beeksiiseera.
Ityoophiyaa :-…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Daandiiwwan qilleensaa xiyyaaraa Eerbaas A350 balaliissan 5 keessaa…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Daandiiwwan qilleensaa xiyyaaraa Eerbaas A350 baayyinaan balaliissan 5 keessaa tokko ta’uu ibsame.
daandiin qilleensaa…