Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomisha alaa galu kan biyya keessan bakka buusuuf Waliin hojjechuu qabna – Obbo Shimallis…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Seekteraalee Indaastirii Oomishaa Oromiyaa keessatti Babal'isuun Oomisha alaa galu kan biyya keessan bakka buusuuf Waliin hojjechuu qabna jedhan…
Namoonni dhuunfaan hokkora uumuu keessatti adda adureen hirmaatan 76 to’ataman
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Namoonni dhuunfaan hokkora uumuu keessatti adda adureen hirmaatan 76 to'atamuu Humni Waloo Nageenyaa beeksisee.
Ayyaana Iid Alfaxiir 1443ffaa bakka…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 46 balallii sadiin Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 46 guyyaa har'aa balallii sadiin gara biyyaa deebi'aaniiru.
Deebitoota…
Gareen Alshabaab meeshaalee waraanaa gara biyyaa gachuuf yaalan to’ataman
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Afdeer aanaa Eelkaareetti
gareen Alshabaab meeshaalee waraanaa gara biyya keessaa gachuuf yaalan to'atamaniiru.
Miseensonni…
Amantaa dawoo taasiisuun qaamolee walitti bu’iinsa uumuuf socho’an kamiyyuu cimsinee…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC) – Amantaa dawoo taasiisuun qaamolee walitti bu’iinsa uumuuf socho'an kamiyyuu cimsee kan balaaleeffatu ta'uu Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Sidaamaa…
Ayyaanni Iid-Alfaxiir waggaa 1443ffaan Magaaloota Naqamtee, Dirree Dawaa fi godina Baaleetti…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid-Alfaxiir waggaa 1443ffaan Magaaloota Naqamtee, Dirree Dawaa fi godina Baaleetti bifa ho'aan kabajameera.
Ayyaannichi Magaalaa…
Mootummaan humnoota nageenya booressuuf socho’aniif obsa hin qabu jedhame
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- ‘Mootummaan nageenya hawaasaatiif dursa kennee hojjechaa waan jiruuf humnoota nageenya booressuuf socho’aniif obsa hin qabu’ jechuun Mootummaa…
Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina-Bulchiinsa…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Nageenya magaalichaa fi tokkummaa hawaasa cimsuun olaantummaa seeraa ni mirkaneessina jechuun bulchiinsi magaalichaa ibseera.
Nageenya magaalichaa fi…
Qaamolee sabaa fi amantaa dawoo godhachuun jeequmsa uumuuf socho’anirratti tarkaanfii cimaa ni…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Qaamolee sabaa fi amantaa dawoo godhachuun jeequmsa uumuuf socho’an irratti tarkaanfii cimaa kan fudhatu ta'uu Mootummaan Naannoo Kibbaa beeksiseera.…
Qaamolee naannichaa giddugalaa waraanaa fi hokkora taasisuuf socho’an irratti tarkaanfii akka…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Qaamolee naannichaa giddugalaa waraanaa fi hokkora taasisuuf socho’an irratti tarkaanfii akka fudhatu naannoon Hararii beeksiseera.
Qaamolee amantaa fi…