Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaadhina hunda galeessa fiduuf hirmaannaan dargaggootaa murteessaadha jedhame
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Badhaadhina Hunda galeessa fiduuf hirmaannaan dargaggootaa murteessaadha jedhame.
Magaalaa Jimmaatti mata duree "Hirmaannaa kallattii kammiilee…
Godinichatti rakkoon nageenyaa ture furamuun ummanni sochii idileetti deebi’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Sochii hawaas- diinagdee uummata godinichaa mirkaneessuuf hojilee hojjetamaniin uummanni sochii idileetti deebi'uu Godinni Shawaa Kaabaa…
Gujii, Arsii Lixaa, Shawaa Bahaa fi Shawaa Kibba lixaatti dargaggoota waliin mariin gaggeeffamaa…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Godina Gujii, Arsii Lixaa, Shawaa Bahaa fi Shawaa Kibba lixaatti dargaggoota waliin haala yeroorratti mariin gaggeeffamaa jira.
Godina…
Godinaalee fi magaalota Oromiyaa garaagaatti mariin haala yeroorratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Shawaa Kaabaa, Iluu Abbaa Boor,Harargee Lixaa, magaalaa Buraayyuu fi Sabbataatti mariin haala yeroorratti xiyyeeffate dargaggoota waliin…
Ambaasaaddar Taayyeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamtuu Addaa Gaanfa Afrikaa waliin…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti ergamaan Addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Ergamtuu Addaa…
Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Manni Maree naannoo Sidaamaa yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa magaalaa Hawaasaatti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota lamaaf tura jedhameera.…
Diyaaspoorawwan damee hundaan hirmaannaa isaanii cimsuu qabu -Ambaasaaddar Silashiin Baqqalaa
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddara Ityoophiyaa haaraa ta'uun kan muudaman Dooktar Injiinar Silashii Baqqalaan dippiloomaatootaa fi hojjettoota waliin walbaraniiru.…
Komishinoonni lameen hojiilee isaanii Komishinii Marii Biyyaalessaatti dabarsanii laatan
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Komishiniin Bulchiinsa Daangaa fi Dhimmoota Eenyummaa fi Komishiniin Araaraa hojiilee isaanii Komishinii Marii Biyyaalessaatti dabarsanii laataniiru.…
Hojiilee paarkiiwwan gaarreen Baalee UNISCO irratti galmeessisuuf hojjetamaa jiran irratti mariin…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Hojiilee paarkiiwwan gaarreen Baalee UNISCO irratti galmeessisuuf hojjetamaa jiran irratti mariin gaggeeffameera.
Maricharratti Preezdaantii Mootummaa…
Nageenyaa fi Tasgabbii magaalichaa mirkaneessuun hirmaannaa ummataan ta’uu qaba jedhame
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee raawwii hojii baatiwwan salgan darbanii fi kallattii yeroo itti aanuu gamaaggame.
Hojiileen gama nageenyaa, raawwiin…