Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaa Ittisa Biyyaaf hanga ammaatti deeggarsi Birrii biiliyoona 3 fi miiliyoonni 3 uummatarraa…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaaf hanga ammaatti deeggarsi Birrii biiliyoona 2 fi kuma dhibba 4 fi deeggarsi akaakuu Birrii miiliyoona dhibba 9 fi miiliyoona 71 ol…
Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa hangana jedhamee hin ibsamne uummata keenyarraan ga’eera- Dooktar…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT miidhaa hangana jedhamee hin ibsamne uummata Ityoophiyaarraan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa…
Eeruun komishinaroota Komishinii marii biyyaalessaa eegale
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Eeruun komishinaroota Komishinii marii biyyaalessaa eegaleera.
Eeruun kun guyyaa har’a irraa kaasee hanga Amajjii 6, 2014tti kan itti fufu ta’uu…
Balfawwan warshaalee keessaa ba’an qulqulleessuun naannoo faalamarraa ittisuu barbaachisaadha-…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Teeknooloojiiwwan balfawwan dhangala’oo warshaalee oomishaa garaagaraa keessaa ba’an qulqulleessuu danda’an hojiirra oolchuun qaamolee bishaanii fi naannoo…
Diyaaspoorawwan naannoo Afaaritti misooma qamadii jallisii bonee daawwatan
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC)- Diyaaspoorawwan naannoo Afaaritti misooma qamadii jallisii bonee aanaa Duubitiitti heektaara 500 irratti misoomaa jiru daawwataniiru.
Bakki qamadiin kun…
Abbaan injifannoo duula Tokkummaa Sabdaneessummaaf dirqamnee itti seenne Itoophiyaanotaa fi…
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Abbaan injifannoo duula Tokkummaa Sabdaneessummaaf dirqamnee itti seenne Itoophiyaanotaa fi Itoophiyaadha jechuun Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwate
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Jilli Itti aanaa Biiroo Qonnaa Oromiyaatin durfamu godina Shawaa Kaabaatti misooma qamadii bonaa daawwateera.
Bara kana Godinaalee Oromiyaa 21 keessatti…
Waraana booda tokkummaa argame eegsiisuun injfannoo caalmaaf waloon hojjechuu qabna – Aadde…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Waraana booda tokkummaa argame eegsiisuun injfannoo caalmaaf waloon hojjechuu qabna jedhan Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.…
Hawaasaaf tajaajila si’ataa fi haqa qabeessaa ta’ee laachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 25, 2014(FBC)- Mariin waltajjii Hooggansa Olaanoo Naannoo Oromiyaa taa'amaa ture xumurameera.
Injifannoo gama birmadummaa biyyaa kabachiisuutin argame caalmaatti itti…
Sudaan rakkoo keessoo ishee giddu seentummaa alaa tokko malee furachuu qabdi – Ministeera…
Finfinnee, Muddee 25, 2014 (FBC) – Sudaan rakkoo keessoo ishee giddu seentummaa alaa tokko malee ofiin furachuu akka qabdu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI ibse.
Sudaanitti waldhabdee…