Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin idilee Mana Maree naannoo Sidaamaa har’a eegala
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Yaa’iin idilee marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa mana maree naannoo Sidaamaa har’a eegala.
Yaa’ichi guyyoota sadiif kan gaggeeffamu ta’uu Af Yaa’iin mana…
Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree biyyaalessaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Waajjirri Simannaa Kaadhimamtoota Komishinaroota Komishinii Maree biyyaalessaa hundaa'uu ibsameera.
Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walgaa'ii addaa…
Buqqatoonni magaalaa Dabra Birhaan turan gara qe’eesaaniitti deebi’aa jiru
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- lammiileen qe’ee isaaniirra buqqa’uun kaampii da’aannaa 12 keesaa turan kaampii da’aannaa 9 keessaa kan turan gara qe’ee isaaniitti deebi’uu Komishiniin…
Marsariitin Shanee fi ABUT miidhaa mirga namoomaa fi bu’uraalee misoomaa barbadeessan ibsu ifoome
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Marsariitin gareewwan shororkeessitoota Shanee fi ABUT Ityoophiyaatti miidhaa mirga namoomaa fi bu’uraalee misoomaa barbadeessan hawaasa idil addunyaaf ibsu…
Dhaabbileen garaagaraa lammiilee buqqa’anii fi waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Dhaabbileen garaagaraa lammiilee buqqa’anii fi waraanaan miidhamuun magaalaa Axaayyee fi naannawaasheetti argamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 5.4…
Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa hojiiwwan misoomaa fi proojektoota Aanaa Barrakii fi Aqaaqii…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Koreen Dhaabbii Caffee Oromiyaa Godina Adda Oromiyaa Naawwanaa Finfinneetti hojiiwwan misoomaa fi proojektoota Aanaa Barrakii fi Aqaaqii hojjetamaa…
Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddara Niijer gaggeessan
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Niijer gaggeessaniiru.
Niijer waggoottaan lamaan darban Mana Maree Nageenyaa…
Dhaabbanni tola oolaa Xaaliyaan lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif boqqolloo…
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Dhaabbanni tola oolaa Xaaliyaan lammiilee godina Gujii Lixaatti hongeen miidhamaniif boqqolloo Kuntaala kuma 7 fi 500 taasisuu Waajjirri hoggansa sodaa…
Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni 122 qopha’e
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Baajanni dabalataa Birriin biiliyoonni dhibbi 1 fi biiliyoonni 22 qopha’uu Ministeerri Maallaqaa Beeksiseera.
Ministeerri Maallaqaa baajata dabalataa…
Ijaarsa Giddugala Aadaa Shanan Gibeetiif deeggarsi Birrii miiliyoona 12.5 taasifame
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa, yuuniyeeniiwwanii fi waldaaleen qonna maraa akkasumas daldaltootni Godina Jimmaa dhimma ijaarsa giddu gala aadaa Shanan Gibee irratti…