Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sochii walitti bu’iinsa naannolee biraatti babal’isuuf taasifamuuf mootummaan goonkumaa…
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Gochaa qaaneessaa magaalaa Goondaritti uumame iddoolee birootti babal’isuuf hojiin hojjetamaa jiru Amantaa Kiristiyaanaa birattis ta’e Islaamaa…
Sagantaan kitaabilee walitti qabuu baatii 1’f turu eegale
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Mata duree “Kitaabilee miiliyoona dhaloota Miliiniyeemichaaf” jedhuun sagantaan kitaabilee walitti qabuu baatii 1’f turu ifatti eegaleera.
Sagantichi…
Mootummaan deeggarsi namoomaa daangaa tokko malee naannoo Tigraay akka qaqqabu taasisaa jira-MDhA
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Mootummaan Ityoophiyaa deeggarsi namoomaa daangaa tokko malee naannoo Tigraayiin akka qaqqabu taasisaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.…
Tokkummaa fi waliin jireenya cimsanii itti fufuun barbaachisaadha- Obbo Dassitaa Leeddaamoo
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Tokkummaa fi waliin jireenya cimsanii itti fufuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoo ibsaniiru.
Ayyaana Fiichee…
Jilli MM Abiy Ahmadiin durfamu ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal daawwate
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiin durfamu naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Insaaroo Lammiitti ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal…
Sirni kabaja ayyaana bara haaraa Saba Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Sirni kabaja ayyaana bara haaraa Saba Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan magaalaa Hawaasaa Gudumaaleetti kabajamaa jira.
Saganticharratti preezdaantiin…
Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa haala hoo’aa ta’een kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sirnoota garaagaraan haala hoo’aa ta’een kabajamaa jiraachuu ibsameera.…
Humnoota Amantaa daheeffachuun walitti bu’iinsa uumuun fedhii farreen Ityoophiyaa milkeessuuf…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Humnoota Amantaa daheeffachuun walitti bu'iinsa uumuun fedhii humnoota farreen Ityoophiyaa milkeessuuf socho'anirratti tarkaanfiin fudhatamaa jiraachuu…
Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waajjira…
Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan magaalaa Hawaasaa…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa galan.
Fiild Maarshaal Birhaanuu…