Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gareen shororkeessitootaa dhaabbilee Fayyaa kuma 2 fi 921 barbadeessan -Ministeera Fayyaa
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessitootaa ABUT fi Shaneen dhaabbilee Fayyaa kuma 2 fi 921 barbadeessuu Ministeerri Fayyaa beeksiise.
Gareen…
ABUT haleellaa naannoo Affaaritti qaqqabsiiseen manneen barnootaa 759 barbadeesse
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT naannoo Affaar godinaalee 4 fi aanolee 21 haleellaa raawwateen manneen barnoota 694 gariinii fi manneen barnoota 65 ammoo…
Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa kaafamtoota misoomaaf lafa mana jireenyaa laate
Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Adaamaa qonnaan bultoota sababa misoomaatiin bara 2009, 2010 fi 2011 kaafaman 340'f lafa mana jireenyaa kennuu beeksiseera.
Qonaann…
Naannichatti qaamolee hanqina raawwii qaban irratti tarkaanfiin ni fudhatama jedhame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Naannoo Harariitti qaamolee hanqina raawwii qaban irratti tarkaanfiin kan fudhatamu ta’uu Af Yaa’iin Mana Maree Naannoo Hararii obbo Sulxaan Abdusalaam…
Lammiilee sababa waraanaa miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu kennamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Lammiilee sababa waraanaa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii fi miidhamaniif deeggarsi xiinsammuu fi hawaasummaa kennamaa jiraachuu Ministirri…
Magaalaa Finfinnetti dhaabbilee tajaajilaa qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra hin oolchinerratti…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnetti dhaabbilee kenniinsa tajaajila nyaataa fi dhugaatii qajeelfama vaayrasii koroonaa hojiirra hin oolchinerratti tarkaanfiin kan…
IGAD naannoowwan daangaatti weerara vaayrasii koroonaa fi kanneen biro ittisuuf Yuuroo miiliyoona 60…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Naannoowwan daangaatti weerara vaayrasii koroonaa fi kanneen biroo ittisuuf Yuuroo miiliyoona 60 ramadee socha’aa jiraachuu IGAD beeksise.
Dhaabbatichi…
Naannoo Somaaleetti haala nageenyaa daangaarraa cimsuuf dawwannaan dirree taasifame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Naannoo Somaaleetti biyyoota ollaa wajjiin haala nageenyaa daangaarraa cimsuuf dawwannaan dirree taasifamuu ibsame.
Jilli hogganaan Biiroo Nageenyaa…
Humna nageenya eegsisaa Ityoophiyaa sudaan kibbaatti bobba’eef beekkamtiin kenname
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Ergamaan addaa barreessaa DhMG Niikoolaas Haaysoom humna nageenya eegsisaa Ityoophiyaa sudaan kibbaa Xumbuuraatti bobba’e dirqama isaa ga’umsaan…
Tatamsa’ina vaayrasii koronaa ittisuuf marsaa 2ffaan namoota Miiliyoona 37 oliif leenjiin…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Tatamsa'ina vaayrasii koronaa ittisuuf marsaa lammaffaan namoota Miiliyoona 37 fi kuma dhibba 4 fi kuma 19 fi 41’f leenjiin hubannoo cimsuu kennamuu…