Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannichatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Kalaqaa naannoo Amaaraatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessan
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessaniiru.
Jiraattonni aanichaa gochaa badii fi…
Ministeerichi lammiilee naannoo Afaar qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii lammiilee sababa weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti gaggeessee tureen qa’ee fi qabeenya…
Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffameera.
Fooramii kana irratti abbootti qabeenyaa bulchinsa magaalaa…
Godina Shawaa Lixaatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta’an 700 ol irratti…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti dhaabbilee Mootummaa keessatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta'an 700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame.…
Aanaan Gumii Eel Dalloo Shaneerraa Qulqullaa’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Duula Godina Gujii Aanaa Gumii Eel Dallootti gaggeeffameen aanichi hidhattoota Shaneerraa Qulqullaa’uu Raayyaa Ittisaatti Qajeelchi Waliigalaa Ajaja Lixaa…
Qaamolee rakkoo nageenyaa uumame keessaa harka qabanirratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Qaamolee rakkoo nageenyaa Goondaritti uumame keessaa harka qabanirratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa ta'e fudhachuu akka qabu Manni Maree…
Adeemsa filannoo marsaa 6ffaa irratti muuxannoowwan argaman ilaalchisee qorannoon gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa adeemsa filannoo waliigalaa marsaa 6ffaa irratti muuxannoowwan argaman ilaalchisee qorannoo gaggeessaa jira.…
Gochaan magaalaa Goondaritti raawwatame Duudhaa amantii kan cabsee fi fudhatama kan hin qabne –…
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Gochaan magaalaa Goondaritti raawwatame Duudhaa amantii kan cabsee fi fudhatama kan hin qabne ta’uu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa ibseera.…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Fiichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Fiichee Cambalaalaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaanni bara haaraa…