Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Afaaritti hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru ni eegala
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Naannoo Afaaritti sababa weerara garee shororkeessaa ABUT hojiin idilee mootummaa adda cite ture boru kan eegalu ta’uu Biiroon Paablik Sarvisii…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee weerara lafaa irratti hirmaatan irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) – Qaamolee weerara lafaa gaggeessan irratti tarkaanfii fudhachuu Biiroon Bulchiinsa Lafaa magaalaa Finfinnee beeksiise.
Hoggantootaa fi…
Magaalaa Kombolchaatti Warshaalee miidhamanii turan keessaa 11 hojii eegalan
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) –Magaalaa Kombolchaatti Warshaalee gareen shororkeessaa ABUT barbadeese keessaa 11 hojii eegaluu Ministeerri Indaastirii beeksiise.
Warshaalee…
Kaabineen naannoo Afaar raawwii kallattii fi ergama isaanitti kenname gamaggaman
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Miseensonni kaabinee naannoo Afaar raawwii kallattii fi ergama isaanitti kenname gamaggamaniiru.
Waltajjiin marii mata duree waraanaarraa gara daandii…
Sagantaan galii walitti qabuu ‘Birrii tokko Namoomaaf’ jedhuu eegale
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Sagantaan galii walitti qabuu ‘Birrii tokkoo Namoomaaf’ jedhuun galii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 walitti qabuun eegalameera.
Deeggarsicha…
Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomse
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) - Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomseera.
Diyaaspoowwan turtii isaaniin sagantaa…
Biyyatti rakkoolee gurguddoo qabduu furuuf marii biyyoolessaa hunda haammatee daraan …
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Biyyatti rakkoolee gurguddoo qabduu furuuf marii biyyoolessaa hunda haammatee hedduu barbaachiisaa akka ta’ee Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo…
Yaa’iin hundeeffama Mana Murtii Aadaa Beddellee taa’aamaa jira
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Godina Buunnoo Beddelleetti Yaa'iin hundeeffama Mana Murtii Aadaa Magaalaa Beddellee taa’aamaa jira.
Labsii Caffeen Oromiyaa mana murtii aadaa hundeessuu…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuufi
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuun tajaajila eegalchiisuuf akka jedhu beeksise.
Daandiin…
Lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu Abbootiin konkolaataa ibsan
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – haalaan keessummeeffamuu dhabuurraan kan ka’e lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu abbootiin konkolaataa ibsan.
Faanaa…