Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojjattoonni Ministeerichaa Oomisha qonnaan bultoota adda waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Hojjattoonni Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi itti waamamtoonni isaa oomisha maatii qonnaan bultoota adda waraanaa duulaanii walitti qaban.…
Sagantaaleen garaagaraa Ityoophiyaanonni alaa galan dammaqinaan irratti hirmaatan qophaa’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Sagantaaleen garaagaraa Ityoophiyaanonni alaa galan dammaqinaan irratti hirmaatan qophaa’uu ibsameera.
Waamicha Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad…
Hojjattoonni Ministeerichaa Oomisha qonnaan bultoota adda waraanaa jiranii walitti qaban
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Hojjattoonni Ministeera Aadaa fi Ispoortii fi itti waamamtoonni isaa oomisha maatii qonnaan bultoota adda waraanaa duulaanii walitti qaban.…
Injifannoon Gonfanne Akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa Maseense – Mana Maree Waloo Paartilee…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Injifannoon Gaggeessummaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Gamtaa Humna Nageenyaan argame akeeka Diinota Biyya Keessaa fi Alaa kan Maseense ta’uu…
Uummanni lubbuusaa biyyasaaf kenne qabeenya barbadaa’an deebisee dhaabuu hin dadhabu- hoggantoota…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Uummanni lubbuusaa biyyasaaf kennee garee shororkeessitootaa qolate qabeenya barbadaa’an deebisee dhaabuu hin dadhabu jedhan hoggantoonni olaanoo naannolee…
Abbootiin qabeenya deeggarsa taasisuurra darbee filannoowwan invastimantiirratti bobba’uu…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Abbootiin qabeenyaa deeggarsa taasisuurra darbee filannoowwan invastimantiirratti bobba’uu qabu jechuun Preezdaantiin Naannoo Affaar obbo Awwal Arbaan…
Chaayinaan Ityoophiyaaf hanga ammaatti talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 5 laatte
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Chaayinaan Ityoophiyaaf hanga ammaatti talaallii vaayrasii koroonaa miiliyoona 5 laateetti.
Ityoophiyaatti Imbaasiin Chaayinaa ibsa Faanaa Broodkaasting…
Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa magaalaa Finfinnee hoggantoota kutaalee magaalichaa waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC)- Biiroon Bulchiinsa Nageenyaa magaalaa Finfinnee dhimmoota nageenyaa irratti hoggantoota kutaalee magaalichaa fi qaamolee dhimmi ilaallatu waliin…
Godina Booranaa Aanaa Taltalleett, hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) – Godina Booranaa Aanaa Taltalleett, hojiin misooma sululaa bara kanaa eegalame.
Akka Aanichaatti bara kana lafa hektara kuma 23 irratti…
Naannoo Harariitti nageenya naannichaa waaraan mirkaneessuuf qaamolee nageenyaa waliin qindoominaan…
Finfinnee, Muddee 15, 2014 (FBC) –Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenyaa naannoo Hararii nageenya naannichaa waaraan mirkaneessuuf qaamolee nageenyaa waliin qindoominaan hojjechaa jiraachuu…