Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Obbo Ahimad Shiideen durfamu Ministeera Dhimma Alaa Ingilizitti gargaartuu Ministiraa…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen durfamu Ministeera Dhimma Alaa Ingilizitti gargaartuu Ministiraa dhimmoota Afrikaa Veek Foord…
Waamicha gara biyyaa ‘Iidaa hanga Iidaa’ hordofee keessuummoonni biyyoota garaagaraarraa gara biyyaa…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Waamicha gara biyyaa ‘Iidaa hanga Iidaa’ jedhu hordofee keessuummoonni biyyoota addunyaa garaagaraarraa gara biyyaa galaa jiraachuu ibsame.
Muummeen…
Magaalaa Naqamteetti ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota harka qaleeyyii kuma 1 fi dhibba 4 oliif…
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Magaalaa Naqamteetti Ayyaana Hiikaa/Faasikaa sababeeffachuun Dhabbileen Mootummaa fi Miti Motummaa namoota harka qalleeyyii kuma 1 fi dhibba 4 fi 72'f…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 149 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Hojii lammiilee Ityoophiyaa gara biyyaa deebisuu hojjetameen guyyaa har’aa marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 149 Saa’ud Arabiyaarraa gara…
Manni Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota yeroo fi nageenyaa irratti mari’achuun ibsa baase
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Biyyaalessaa dhimmoota yeroo fi nageenyaa irratti mari’achuun ibsa baaseera.
Ityoophiyaan rakkoolee ishee mudatan injifannoon…
Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti hojiin qonna magaalaa daawwatame
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Jilli Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee obbo Toleeraa Raggaasaan durfamu hojii qonna magaalaatiin Kutaa Bulchiinsa Sorgaa keessatti hojjetamaa jiru…
Ministeerichi waliigalteewwan 6 Birrii miiliyoona 213 ol ta’an mallatteesse
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Ministeerri Bishaanii fi Inarjii waliigalteewwan 6 Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 13 ol ta’an mallatteessuu ibsame.
Waliigalteewwan kanneen…
Magaalaa Buraayyuutti Abbaan qabeenyaa “Shaaqaa Mool” ayyaana Hiikaa sababeeffachuun …
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Buraayyuutti Abbaan qabeenyaa "Shaaqaa Mool" Obbo Shaaqaa Gurmeessaa ayyaana Hiikaa/Faasikaa sababeeffachuun namoota harka qalleeyyii…
Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa dabalataa Doolaara miiliyoona 313 taasifte
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf deeggarsa namoomaa dabalataa lammiilee kaaba Ityoophiyaatti sababa waraanaan miidhamaniif oolu Doolaara miiliyoona dhibba 3 fi…
Guyyaan yaadannoo Fannoo hordoftoota amantaa kiristaanaan kabajame
Finfinnee, Eebila 14, 2014 (FBC) – Guyyaan yaadannoo Fannoo Iyyasuus Kiristoos hordoftoota amantaa kiristaanaa hundaan kabajamee ooleera.
Hordoftoonni amantichaa ayyaanicha sagadaa fi…