Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa ariitiin akka baatuuf deeggarsi diyaaspooraa cimee itti…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan rakkoo ishee mudate keessaa ariitiin akka baatuuf deeggarsi diyaaspooraa cimee itti fufuu akka qabu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Godina Booranaatti namoota deeggarsa midhaan nyaataa hatan 56 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Aanaalee Godina Booranaa garaagaraa keessatti namoota faayidaa isaaniif hin mallee argachuuf deeggarsa midhaan nyaataa hatan irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Nageenya magaalichaa eegsisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Nageenya magaalaa Finfinnee eegsisuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta’uu ibsameera.
Qopheesummaa Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinneetiin…
Shugguxiin 120 seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Godina Walloo Kibbaa aanaa Booranaatti Shugguxiin seeraan alaa 120 Birrii miiliyoona 1 fi kuma 80 tilmaamamu to’atamuu Waajjirri Poolisii aanichaa…
Ayyaanota Hiikaa fi Id Alfaxiriif meeshaalee bu’uuraa hawaasaaf dhiyeessuuf qophiin taasifamuu…
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ayyaanota Hiikaa fi Id Alfaxiriif meeshaalee bu’uuraa haala walitti hidhamiinsa gabaa eegeen gama waldaalee hojii gamtaan hawaasaaf dhiyeessuuf qophiin…
Ayyaana hiikaaf dhiyeessii zayitaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 6, 2014 (FBC) – Ayyaana hiikaa/ Faasikaaf dhiyeessii zayitaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee beeksise.
Biirichi ayyaana hiikaa…
Dhaabbanni oomisha sibiilaa Kooriyaa Ityoophiyaatti oomishaalee fi bu’aawwan sibiilaa oomishuuf…
\Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan hogganaa fi ogeeyyii Dhaabbata Oomisha Sibiilaa Kooriyaa Paaskoo waliin guyyaa har’aa mari’ataniiru…
Jiraattonni Magaalaa Mojoo kenninsa tajaajila dhaabbilee mootummaa tokko tokkorratti komii qaban…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Mojootti yeroo dhiyoo as kenniinsa tajaajila dhaabbilee mootummaarratti fooyya’insi mul’atuus dhaabbataa dhaabbataatti adda addaa jechuun…
Faawundeeshiniin Wandiim Kaaliid hawaasa musliimaa waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaa jira
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Faawundeeshiniin Wandiim Kaaliid hawaasa musliimaa waliin sagantaa Afxiraa gaggeessaa jira.
Hundeessaan Faawundeeshinichaa Kaaliid Naasiir, baatii…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 86 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 86 Saa’ud Arabiyaarraa marsaa 3ffaan gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen keessaayis 330 dubartoota,…