Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Dambi Dolloo Barsiisaa Amaanu’eel dabalatee namoota hojii fakkeenyummaa qabu…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Dambi Dolloo Barsiisaa Amaanu'eel Baalchaa dabalatee Yuunvarsiiticha keessatti namoota hojii fakkeenyummaa qabu hojjetan 3f…
Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Amboo sanyii filatamaa boqqolloo baay’isaa ture qonnaan bultoota…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Yuuniyeeniin Qonnaan Bultoota Amboo sanyii filatamaa boqqolloo baay’isaa ture qonnaan bultoota godina Shawaa Lixaaf raabsaa jira.
Hoji gaggeessaan…
Godina Booranaatti damee albuudaatiin namoota kuma 15 oliif carraan hojii uumame
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Godina Booranaatti damee albuudaarraa galiin Birrii miiliyoona 7 olii fi carraan hojii namoota kuma 15 oliif uumamuusaa ibsameera.
Fooramii Albuudaa…
Dhaabbanni “Imagine One Day International” Godina Gujiitti lammiilee hongeen…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Dhaabbanni "Imagine One Day International" Godina Gujii aanaa Liibanitti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiseera.
Dhaabbatichi deeggarsa…
Diyaaspooraawwan sagantaa ‘Iid hanga Iid’n gara biyyaa dhufan keessummeessuuf sochiin eegalame
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Diyaaspooraawwan waamicha sagantaa ‘Iid hanga Iid’ fudhachuun gara biyyaa dhufan keessummeessuuf sochiin eegalamuu Ministeerri Turizimii…
Qonnaan bultootaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf adeemsi xaa’oo biyyoo buufatarraa geejjibsiisuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Qonnaan bultoota Ityoophiyaaf xaa’oo yeroon dhiyeessuuf hojiin xaa’oo biyyoo geejjibsiisuu saffisaa jiraachuu Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa…
Baankiin Addunyaa lammiilee Ityoophiyaaf deeggarsa doolaara miiliyoona 300 raggaasise
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Baankiin Addunyaa lammiilee Ityoophiyaa sababa walitti bu’iinsaan miidhamaan deebisee ijaaruuf proojektii qophaa'eef kan oolu deeggarsa doolaara Ameerikaa…
Manni Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat lammiilee buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 43…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Komishiniin Misoomaa Mana Amantaa Kiristiyaanaa Qaala Hiyiwat Ityoophiyaa lammiilee sababoota garaagaraan qa’ee fi qabeenya isaanirraa…
tyoophiyaatti tattaaffii Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf taasiifamu Kaanaadaan…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf tattaaffii taasiifamu kan deeggartu ta’uu Kaanaadaan ibsite.…
Magaalichatti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuufi
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuuf ta’uu Ejansiin Galmeessaa fi Mirkanneessa Lafaa magaalichaa beeksise.
Hojiin…