Browsing Category
Oduu biyya keessaa
tyoophiyaatti tattaaffii Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf taasiifamu Kaanaadaan…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti Diinagdee cimaa ijaaruu fi nageenya waaraa buusuuf tattaaffii taasiifamu kan deeggartu ta’uu Kaanaadaan ibsite.…
Magaalichatti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuufi
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti hojiin galmeessa Kaadaasteraa fi Labsii gaggeeffamuuf ta’uu Ejansiin Galmeessaa fi Mirkanneessa Lafaa magaalichaa beeksise.
Hojiin…
Gumiin dhimma Islaamaa Magaalaa Shaashamannee hawaasa godina Booranaa fi Baalee bahaatti hongeen…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC)- Gumiin dhimma Islaamaa Magaalaa Shaashamannee lammiilee Godina Baalee Bahaa fi Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala 400 ol…
Ityoophiyaatti guddina damee dhuunfaaf Workishooppiin proojektii Yuuroo miiliyoona 25 eegalchiisuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti guddina damee dhuunfaaf Workishooppiin proojektii Yuuroo miiliyoona 25 eegalchiisuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.…
Proojektii Bishaan Dhugaatii Laga Daadhii kutaa 2ffaa yeroo kaa’ame keessatti xumuruuf hojjetamaa…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Jiraattoota magaalaa Finfinnee kuma dhibba 8 fi kuma 60 ol fayyadamoo kan taasiisuu Proojektii Bishaan Dhugaatii Laga Daadhii kutaa 2ffaa yeroo kaa’ame…
Naannichi gaaffilee ummataa deebisuuf karoora baatiwwan sadii qopheessee hojiitti galuu beeksiise
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaangul Gumuz gaaffilee ummataa deebisuuf karoora baatiwwan sadii qopheessuun gara hojiitti galuuu beeksise.
Naannoon…
Siyaasni hin tasgabboofne, mariin malee waraanaan hin hiikkamu – Obbo Mogos Baalchaa
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC) – Kutaa Addunyaa kamittuu Siyaasni hin tasgabboofne mariin malee waraanaan hin hiikkamu jedhan, Waajjira Muummee Ministiraatti Hogganaan damee qindeessaa…
Qonnaan bultoota waldaalee IMX fi abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 12.4…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC)- Magaalaa Buraayyuutti qonnaan bultoota waldaalee IMX fi abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 12.4 galmeessaniif waliigalteen invastimantii…
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Hararii gaaffiiwwan uummataa deebisuuf kallattii kaa’e gara hojiitti…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC)-Paartiin Badhaadhinaa gaaffiiwwan uummata deebisuuf yaa’iisaan kallattii kaa’ee fi murtoowwan dabarsee hojiirra oolchuuf gara hojiitti galu Paartiin…
Magaalaa Adaamaatti gaaffii uummataa deebisuuf proojektoonni misoomaa 250 hojjetamaa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 5, 2014 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Adaamaa gaaffii uummataa deebisuuf proojektoota misoomaa 250 hojjetaa jiraachuu beksiseera.
Proojektiwwan kunneen baajata mootummaa fi…