Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Jimmaatti buufataa fi terminaalli haaraan ijaaramuuf ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Tajaajila Geejjiba Galaanarraa fi Loojistikii Ityoophiyaa magaalaa Jimmaatti buufataa fi terminaala haaraa ijaarsisuuf ta’uu ibsameera.…
Ambaasaaddar Reedwaan Huseen gitasaanii Kooriyaa Kibbaa Kiim Waan Juung Waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen gitasaanii Kooriyaa Kibbaa Kiim Waan Juung Waliin dhimmoota diinagdee, …
Baatiwwan sadeen darbanitti kitaabonni kumni 12 ol mana Kitaaba Abrihootiif tola ooltotaan laataman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Baatiwwan sadeen darbanitti kitaabonni kumni 12 ol mana Kitaaba Abrihootiif tola ooltotaan laatamuu ibsameera.
Guyyaa har’as Ityoophiyaanoonnii fi…
Qoqqobbiin lammiilee biyyoota rakkoo keessa jiranii kan miidhudha- Koree Fannoo Diimaa Idil Addunyaa
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Qoqqobbiin lammiilee biyyoota rakkoo keessa jiranii kan miidhu ta'uu Koreen Fannoo Diimaa Idil Addunyaa beeksise.
Murtoo mootummaan Ityoophiyaa…
Damee Indaastirii Konistraakshiniin bu’aalee qorannoo biyya keessaaf xiyyeeffannoo kennuun…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Damee Indaastirii Konistraakshiniin bu’aalee qorannoo biyya keessaaf xiyyeeffannoo kennuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Naannoo Somaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 74’n meeshaalee qonnaa 486 bituufi
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Naannoo Somaalee Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 74’n meeshaalee qonnaa 486 bituufi jedhameera.
Naannichi meeshaalee qonnaa 486 bituuf…
Lammiilee naannoo Tigraayirraa buqqa’anii naannoo Amaaraa galaniif deeggarsi namoomaa taasifamaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Tigraayirraa buqqa’anii naannoo Amaaraa godina Kaaba Walloo galaniif deeggarsi namoomaa barbaachisan taasifamaa jiraachuu…
Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa’immanii Oromiyaa dubartootaa harka qalleeyyii 600…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa Magaalaa Adaamaatti dubartootaa harka qalleeyyii 600 ta'aaniif deeggasa taasisuu ibsameera.…
Aanaa Taltalleetti Hoomaan Awwaannisa lafa hektaara dhibba 4 irratti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Taltalleetti Hoomaan Awwaannisa mul'achuun lafa hektaara dhibba 4 irratti miidhaa qaqqabsiisaa jiraachuun himameera.
Hoomaan…
Mariin tarsiimoo walitti bu’iinsa dhaabuu fi ijaarsa nageenyaarratti gaggeeffamaa jiraMariin…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2014 (FBC)- Miseensonni qindeessaa fi manaajimantii Mana Maree Federeeshinii marii sanada tarsiimoo walitti bu’iinsa dhaabuu fi ijaarsa nageenyaarratti gaggeessaa…