Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 173 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Har’a barii eegalee balalliiwwan 3 taasiifameen…
Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba’u murteesse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenyaa Somaaliyaatti humni nagaa kabachiisaa haaraan akka bobba'u murteesse.
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Manni Maree…
Duulli aramaa bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Duulli Aramaa Bocee hara Dambal irraa qulqulleessuu itti fufee jira.
Bulchiinsi Magaalaa Baatuu dhaabbilee mootummaa, miti mootummaa fi jiraattota…
Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Simpooziyeemiin aadaa, seenaa fi afaan Silxee 15ffaan magaalaa Waraabeetti kabajamaa jira.
Simpooziyeemicha dabalate godinichatti gaaffii eenyummaa…
Lammiilee mana hidhaa Jiddaa fi naannawaashee jiran deebisuun har’a eegale
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa mana hidhaa fi buufata turtii Jiddaa fi naannawaashee jiran gara biyyaatti deebisuun har’a eegaleera.…
Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa kan milkaa’uu Ityoophiyaanoonni hundi qajeeltoo sirrii fi abbummaan adeemsicha deeggaruu yoo danda’aniidha jedhan Muummeen…
Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Kaabineen naannoo Somaalee lammiilee hongeen miidhamaniif kan oolu baajataa dabalataa Birrii miiliyoona 70 raggaasiisuu Hogganaan Biiroo…
Waldaan Kiristiyaanaa Beetel Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta’uun lammiilee hongeen…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaaaanaa Beetel Afaan Oromoo Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta'uun lammiilee Godina Baalee Bahaa sababa hongeen miidhamaniif…
Buraayyuutti mana nama dhuunfa dhiyeessi lojiistikii Shaneetin shakkamte keessatti meeshaan waraanaa…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Buraayyuutti mana nama dhuunfa dhiyeessi lojiistikii Shaneetin shakkamte keessatti meeshaan waraanaa cimaa fi rasaasni to’annaa jala ooleera.
Namni…
Adaamaatti baazaarii fi egzibishiinii waldaalee IMX hirmaachise baname
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) –Magaalaa Adaamaatti baazaari ifi egzibishiinii waldaalee IMX hirmaachise guyyoota shaniif turu ifatti banameera.
Ce'umsa waldaalee IMX marsaa 12ffaa…