Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggansi uummata hunda walqixa tajaajiluun itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba- Obbo Oodriin…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Hoggansi uummata hunda walqixa tajaajiluun itti gaafatamummaa isaa ba’achuu qaba jedhan preezdaantiin naannoo Hararii Obbo Oodriin Badriin.…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarse
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa ergaa baga Sooma guddicha Ramadaanaa geessanii dabarseera.
Preezdaantiin Mana…
Deeggarsi namoomaa ariifachiisaan meetirik tooniin 500 naannoo Tigraayiin qaqqabe
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Deeggarsi midhaan nyaata ariifachiisaan meetirik tooniin 500 naannoo Tigraayiin qaqqabuu Dhaabbanni Nyaata Addunyaa beeksiseera.
Geejjiba…
Biyyoota Baha Afrikaa gidduutti feestivaala aadaa gaggeessuuf bakka buutota Imbaasii waliin mariin…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Biyyoota Baha Afrikaa gidduutti feestivaala aadaa gaggeessuuf bakka buutota Imbaasii waliin mariin taasifameera.
Qophii aadaa fi aartiin hariiroo…
Magaalaa Shaashamanneetti baalli sammuu namaa hadoochuu kiiloogiraamni 200 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Shaashamanneetti sakatta’iinsa taasifameen baalli sammuu namaa hadoochu kiiloogiraamni 200 to’atamuu Qajeelchi poolisii magaalichaa…
Baankiin Awaash lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15 taasise
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Baankiin Awaash lammiilee naannoo Somaaleetti hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu taasisuu ibsame.…
Korichi bu’aa qormaata kutaa 12ffaa bara 2013 ilaalchisee qooda fudhattoota waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Mana Maree Bakka Bu’oota Ummaatatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota misooma qabeenya namaa, bobbii hojii fi teeknooloojii bu'aa qormaata kutaa 12ffaa bara…
Mana barumsaa Bultii Addaa waldaa Misooma Oromiyaa damee Bishooftuuf deeggarsi taasifame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Dameewwan Waldaa Misooma Oromiyaa Godina Arsii fi Shawaa Kibbaa Lixaa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa damee Bishooftuuf deeggarsa…
Ogeeyyii damee suphaa daandii 19 irraa walitti babba’aniif leenjiin kenname
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Moosaajii sirna qabeenya bulchiinsa daandiirratti ogeeyyii damee suphaa daandii 19 irraa walitti babba’aniif leenjiin kennameera.
Biiroo…
Hawaasa Godina Booranaaf qophii qonna gannaatif sanyii fi callaa guddistuun adda addaa dhiyaachaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Hawaasa Godina Booranaaf qophii qonna gannaatif sanyii fi callaa guddistuun adda addaa dhiyaachaa jiraachuu ibsameera.
Hawaasa Godina Booranaaa…