Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jeneraal Ababaaw Taaddasaan gita isaanii Sudaan Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Itti aanaan Eetamaajoor Shuumii Raayyaa ittisa Biyyaa Jeneraal Ababaaw Taaddasaan gita isaanii Sudaan Kibbaa Leetinaal Jeneraal Tooy Chaaniyii Rooyiit…
Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa dabalaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar dandeetti oomishasaa yeroodhaa gara yerootti dabalaa jiraachuu ibsameera.
Itti aanaa kantiibaa magaalaa Finfinnee obbo…
Seenaa gabaaba Jaal Galaasaa Dilboo
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Dacheen Oromiyaa Dhihaa nama jabaa tokko biqilchite,Umrii isaa guutuu dhimma qabsoo Oromoof kan gumaache gootichi tokkummaa dheebotu Jaal Galaasaa…
Konkolaattoonni deeggaarsa namoomaa fe’an 21 guyyaa har’aa karaa Afaariin gara Naannoo Tigraayitti…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni gurguddoon deeggaarsa namoomaa fe’an 21 guyyaa har’aa karaa Afaariin gara Naannoo Tigraayitti imaluu eegaluu Tajaajilli…
Addi Bilisummaa Oromoo boqachuu Jaal Galaasaa Dilboof gadda itti dhaga’ame ibse
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Addi Bilisummaa Oromoo boqachuu Hayyuu Duree Duraanii dhaabichaa jaal Galaasaa Dilboo Ilaalchisee Ibsa Gaddaa baaseera.
Qabsoo Bilisummaa Oromoo…
Biirichi buufataalee boba’aa raabsaa boba’aarratti rakkoo uumaniif kan hin obsine ta’uu beeksise
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee buufataalee boba’aa raabsaa boba’aarratti rakkoo uumaniif kan hin obsine ta’uu beeksiseera.
Biirichi…
Bakkalcha qabsoo fi urjii dammaqiinsa siyaasa Oromoo obbo Galaasaa Dilboo dhabuun gadda guddaa dha!…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa boqachuu Jaal Galaasaa Dilboo ilaalchisee ibsa gaddaa baaseera.
Guutuun ibsichaa haala armaan gadiin…
Aadde Caaltuu Saaniin boqachuu qabsaa’aa Oromoo jaal Galaasaa Dilbootti gadda itti dhaga’ame…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin boqachuu qabsaa'a Oromoo jaal Galaasaa Dilbootti gadda guddaa…
Baatiin Sooma Ramadaanaa baatii dhiifama itti waliif taasiifnuudha – Hajii Muftii Umar Idiriis
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Baatiin Sooma Ramadaanaa baatii dhiifama itti waliif taasiifnuudha jedhan Preezdaantiin Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Ityoophiyaa Hajii Muftii…
Sirni Awwaalchaa Jaal Galaasaa Dilboo Bitootessaa 24, 2014 kan raawwatu ta’uu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sirni awwaalchaa Jaal Galaasaa Dilboo Sanbata dhufu, Bitootessa 24, 2014 Mana Amantaa Kiristiyaanaa Kaateediraalii Qulquulluu Sillaaseetti…