Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Saa’uud Arabiyaa deebi’an haala rakkisaa sana keessa ba’uun gara biyyaa deebi’uu…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Lammiileen Saa’uud Arabiyaa deebi’an haala rakkisaa sana keessa ba’uun gara biyyaatti nagaan deebi’uusaanitti gammaduu ibsaniiru.…
Preezdaant Shimallis hojiilee kunuunsa qabeenya uumamaa guyyoota 60f hojjetameef galata dhiyeessan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Oromiyaa Shimallis Abdiisaan kenna tajaajila lamummaan hojiilee kunuunsa qabeenya uumamaa guyyoota 60f…
Asallaa fi Itayyaatti ijaarsa madda annisaa hurkaaf waliigalteen Doolaara miiliyoona 100…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Asallaa fi Itayyaatti ijaarsa madda annisaa hurkaa meegaa waattii 50 maddisiisuuf waliigalteen Doolaara miiliyoona 100 mallatteeffame.
Waliigalticha…
Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyu’aan magaalaa Hawaasaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhaa’oo Zhiyu’aan guyyaa har’aa magaalaa Hawaasaa daawwataniiru.
Daawwanicharratti kantiibaa magaalaa…
Naannoleen Ollaa shan Indaastirii Turiizimiirratti qindoominaan hojjechuuf sanada waliigaltee…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Naannoleen Ollaa 5 Indaastirii Turiizimiirratti qindoominaan hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru jedhame.
Naannoleen…
Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa baajata Doolaara miiliyoona 1 ramaduun barattoota buqqa’an kuma 80f deeggarsa taasiisuu har’a naannoo…
Duulli hojii misooma Sululaa guyyoota 60f hojjetamaa ture xumurame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Duulli hojii misooma Sululaa guyyoota 60f hojjetamaa ture xumuramuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Duula Amajjii 5, 2014 eegalee…
Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa naannoo Beenishaangul Gumuziif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa lammiilee naannoo Beenishaangul Gumuz sababa rakkoo nageenyaan qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif …
Godina Guraageetti balaa Ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 42 barbadaa’an
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Godina Guraagee aanaa Qabbeennaa ganda Leenceetti balaa Ibiddaa muudateen manneen jireenyaa 42 guutumaa guutuutti barbadaa’uu ibsameera.
Balaa…
Israa’elitti agarsiisni qabeenya tuurizmii Ityoophiyaa beeksisu dhiyaate
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Israa’elitti agarsiisni qabeenya tuurizmii Ityoophiyaa beeksisu dhiyaachuu ibsame.
Agarsiisaa fi yaa’ii tuurizimii idil addunyaa Israa’elitti…