Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Adaanach Abeebee boqochuu Obbo Galaasaa Dilboon gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee boqochuu Obbo Galaasaa Dilboon gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Aadde Adaanach Fuula Feesbuukii…
MM Abiy Ahimad boqochuu Obbo Galaasaa Dilboon gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqochuu Obbo Galaasaa Dilboon gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy fuula Twiitara…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan boqachuu obbo Galaasaa Dilboof gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Gameessi qabsoo bilisummaa Oromoo obbo Galaasaa Dilboo addunyaa kanarraa du’aan boqachuu isaanii hordofee Preezdaantiin Bulchiinsa…
Obbo Galaasaa Dilboon boqotan
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) – Gameessi qabsoo bilisummaa Oromoo obbo Galaasaa Dilboo addunyaa kanarraa du’aan boqataniiru.
Galaasaa Dilboo hoggana ABO duraanii fi…
Imalli Badhaadhina Hundagaleessaa keenya gocha badii humnoota finxaaleyyiin hin gufatu! MNO
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) - Mootummaa Naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa aanaa Fantaallee, iddoo addaa Qorkee (Awuraa Godaanaa) jedhamutti finxaaleyyii Minjaar keessa socho’an…
Wixineen Seeraa HR6600 Ityoophiyaatti jeequmsa kan fiduu fi tattaaffii nageenyaa buusuu kan…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Wixineen Seeraa HR6600 koongransii Ameerikaan dhiyaate Ityoophiyaatti jeequmsa kan fiduu, tattaaffii nageenyaa buusuu kan gufachiisuu fi guddina sirna…
Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Saa’uud Arabiyaarraa marsaa 2ffaan lammiileen 438 gara biyyaa deebi’aniiru.
Guyyaa har’aa waaree booda lammiileen Ityoophiyaa 438 Saa’uud…
Adeemsa lammiilee Saa’uud Arabiyaarraa deebi’an simannaarraa hanga deebisanii dhaabuu jiru…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Adeemsa lammiilee Saa’uud Arabiyaarraa deebi’an simannaarraa hanga deebisanii dhaabuu jiru milkeessuuf qophii ga’aan taasifamuun gara hojiitti galamuu…
Ityoophiyaan yaa’ii Ce’umsa Inarjii Barliin 8ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan yaa’ii Ce’umsa Inarjii Barliin 8ffaarratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.
Yaa’icharratti Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii…
Ityoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota nageenyaarratti wal deeggaruuf walii galuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan dhimmoota nageenyaarratti wal deeggaruuf walii galuu ibsameera.
Itaamaajuurshuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Ityoophiyaa…