Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humni Qilleensichaa madda ce’umsa beekkumsaa fi Teeknooloojii ta’uuf ga’umsa dandeessisurratti…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Humni Qilleensaa Ityoophiyaa biyyoota michuuwwaniif madda ce’umsa beekkumsaa fi Teeknooloojii ta’uuf ga’umsa dandeessisurratti kan argamu…
Poolisiin Federaalaa gurmaa’insa caasaalee fi moggaasaalee Ityoophiyaa fakkaatan qopheessuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Poolisiin Federaalaa gurmaa’insa caasaalee fi moggaasaalee Ityoophiyaa fakkaatan qopheessuun hoggantoota sadarkaa giddugaleessaaf leenjii hoggansaa…
Aanaa Nuunnuu Qumbaatti oppireeshiinii qindaa’aa adeemsifameen meeshaaleen waraanaa gosti adda…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Godina Wallagga Bahaa Aanaa Nuunnuu Qumbaatti oppireeshiinii qindaa'aa adeemsifameen meeshaaleen waraanaa gosti adda addaa to'annoo jala…
Naannoo Afaar iddoolee walitti bu’iinsi turetti barattoonni kumni 40 ol ammas barnootatti hin…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar iddoolee walitti bu’iinsi turetti barattoonni kumni 40 ol ammas barnootatti kan hin deebine ta’uu Biiroon Barnootaa naannichaa…
Naannoleen qabeenya horachuun misoomaaf hojjechuu qabu- obbo Aganyahu Tashaagar
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Naannoleen qabeenya horachuun misoomaaf hojjechuu akka qaban Afyaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar ibsan.
Tattaaffii mootummaan…
Kutannoon gama hoggantoota siyaasaan jiru laafuun malaammaltummaan akka babal’atu taasisuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Malaammaltummaa Ittisuuf Kutannoon gama hoggantoota siyaasaan jiru laafuun gichichi akka babal’atu taasisuu Komishiniin Naamusaa fi Farra…
Mata duree “Ityoophiyaa baraaruuf marii biyyaalessaa hirmaachisaa” jedhuun mariin paanaalii…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Mata duree “Ityoophiyaa baraaruuf marii biyyaalessaa hirmaachisaa” jedhuun mariin paanaalii gaggeeffameera.
Marichi Yuunvarsiitii Finfinneetti…
Proojektiiwwan fayyadamummaa qonnaan bultoota naannolee Oromiyaa fi Hararii guddisuu danda’an…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC)- Proojektiiwwan fayyadamummaa qonnaan bultoota naannolee Oromiyaa fi Hararii guddisuu danda’an haala hojiirra oolchuun danda’amurratti irratti mariin…
Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi’aa jiru
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan gara biyyaa deebi’aa jiraachuu ibsameera.
Lammiileen kunneen…
Xaa’oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol gara biyya keessaa galaa jira
Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC) –Bara Oomisha 2014/15f kan oolu Xaa'oon biyyoo kuntaalli miiliyoonni 12 ol Baatii Amajjii,2014 eegalee gara biyya keessaa galaa jiraachuu Korporeeshiniin…