Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idileessaa gaggeessuu eegale
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Amaaraa yaa’ii idilee 2ffaa marsaa 6ffaa bara hojii 1ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeessuu eegaleera.
Yaa’ichi guyyoota…
Jilli hoggantoota olaanaa paartii baadhaadhinaan durfamu hojiilee misooma qonnaa godina jimmaa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli hoggantoota olaanaa paartii baadhaadhinaan durfamu hojiilee misooma qonnaa godina Jimmaa daawwateera.
Jilli miseensa koree…
Obbo Ristuu Yirdaaw hospitaala jalqabaa Kaambaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Uummattoota Kibbaa obbo Ristuu Yirdaaw godina Gaamootti hospitaala sadarkaa jalqabaa Kaambaa daawwatan.
Obbo Ristuun…
Jilli obbo Abarraa Warquun durfamu hojiilee misoomaa Qonnaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwate
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Biiroo Qonna Oromiyaa obbo Abaraa Warquun durfamuu Hojiilee misooma Qonnaa Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Dabra Libaanoos daawwateera.…
Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaaban
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Warshaaleen bishaanii 21 ol hojii dhaabuu ibsame.
Abbootiin qabeenyaa warshaalee bishaanii Ministeera Indaastirii, Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Ragga’uun Wixinee HR 6600 siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa kan miidhu ta’uusaan akka hin raggaaneef…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Ragga’uun Wixinee HR 6600 fi S 3199 siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaa kan miidhu ta’uusaan akka hin raggaaneef hojjetamuu qaba jedhan dubbii himaan…
Torbeen aadaa bifa adda ta’een Magaalaa Shaashamanneetti ni kabajama – Biiroon Aadaa fi…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Guyyaan Torbee Aadaa bifa adda ta'een Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti kan kabajamu ta'uu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa…
Obbo Masfin Xaasawu hojii raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Obbo Masfin Xaasawu hojii raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Ityoophiyaa ta’uun muudamaniiru.
Daandii qilleensichaa waggoota dheeraaf hojii…
Naannichatti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii idilee 1ffaa paartii Badhaadhinaarratti mariin uummataa…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti murtoo fi kallattiiwwan yaa’ii idilee 1ffaa paartii Badhaadhinaan darban irratti mariin uummataa gaggeeffamaa…
Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2014 (FBC) – Bara kana Qonnaa Arfaasaan Lafa hektaara miiliyoona 2.3 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 46 walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu…